LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/13 ful. 8
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Poornoogiraafiirraa Fagaachuu Kanan Qabu Maaliifi?
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Poornoogiraafiin Miidhaa Qabaa?
    Masaraa Eegumsaa: Poornoogiraafiin Miidhaa Qabaa?
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2013
km 7/13 ful. 8

Akkaataa Dhiheenyaa

Ji’a ji’aan, Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru

“Namoonni hedduun Yesus Ilma Waaqayyoo akka ta’e ni amanu. Warri kaan garuu hin amanan. Haata’u malee Yesus Ilma Waaqayyoo kan jedhame maalif akka ta’e beektaa?” Hanga deebii kennutti eegi. Barruu Masaraa Eegumsaa Eblaa-Waxabajjii kenniifiitii mataduree fuula dhumaarra jiru itti argisiisi; achiis yaada mataduree xiqqaa jalqabaa jala jirurratti erga mari’attanii booda, yoo xiqqaate caqasa tokko waliin dubbisaa. Dhumarratti gaaffii ittaanurratti mari’achuuf beellama qabadhu.

Hubachiisa: Hojiin argisiisni kun, ji’i seenee Sanbadduraa isa jalqabaarratti walga’ii tajaajilaarratti dhihaachuu qaba.

Masaraa Eegumsaa Ebla-Waxabajjii

“Namoonni tokko tokko, ‘Du’aa ka’uun Yesus dhugumaan raawwatamuusaa akkamitti beekna?’ jedhanii gaafatu. Atoo gaaffii akkasii gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Deebii kanaa beekuun maaliif akka barbaachisu hubadhu. [1 Qorontos 15:14 dubbisi.] Barruun kun du’aa ka’uun Yesus dhugumaan raawwatamuusaa akkamitti beekuu akka dandeenyu ibsa.”

Dammaqaa! Ebla-Waxabajjii

“Yeroo har’aa ijoollee guddisuun ulfaataadha yoo jedhame dhugaa sitti hin fakkaatuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Warri hedduun Macaafa Qulqulluurraa gorsa gaarii argataniiru. Fakkeenyaaf caqasni kun, abbootiin carraa argatanitti fayyadamanii ijoolleesaanii akka galateeffataniifi akka isaan ofitti amanannaa qabaatan godhanii guddisuuf isaan gargaara. [Qolosaayis 3:21 dubbisi.] Matadureen kun seerawwan bu’uuraa abbootii gargaaruu danda’an shan ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi