LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/11 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2011
km 7/11 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Jiʼa Hagayyaa, Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabanna Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru

“Uumaan Waaqa akkamii akka taʼe beekuun kan dandaʼamu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Kana ilaalchisee yaada nama gammachiisu tokkon utuun sitti himee natti tola.” Matadureen Masaraa Eegumsaa Eblaa-Waxabajjii 2011, fuula 16⁠rraa jalqabu yaada gaaffii 2⁠ffaa gadi jiruufi caqasa tokko dubbisiitii irratti mariʼadhaa. Barruu kana erga kenniteefii booda gaaffii 3⁠ffaarratti mariʼachuuf beellama qabadhu.

Masaraa Eegumsaa Eblaa-Waxabajjii

“Namoonni hedduun seenaan waaʼee dhaaba Eeden dubbatu soba akka taʼe isaanitti dhagaʼama. Yesus, Addaamiifi Hewwaan namoota yeroo tokkotti lafarra jiraachaa turan akka taʼan caqasuudhaan akka barsiise beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Maatewos 19:4-6 dubbisi.] Barruun kun gaaffiiwwan seenaa waaʼee dhaaba Eeden ilaalchisee kaʼan hedduu keessaa muraasasaaniitiif deebii kenna.”

Dammaqaa! Adoolessa

“Caqasa kanarratti yaada ati qabdu beekuun barbaada. [1 Saamuʼel 16:23 dubbisi.] Akka caqasni kun jedhutti muuziqaan humna qaba. Faarfannaawwan tokko tokko dhiibbaa gaarii kan geessisan sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun ofii keenyaafis taʼe ijoollee keenyaaf muuziqaa gaarii filachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi