LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/14 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2014
km 3/14 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Duula Afeerrii Ayyaana Yaadannootiif

“Sagantaa baayʼee barbaachisaa taʼe tokkorratti akka argamaniif namoota afeeraa jirra. Addunyaa maratti namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman Ayyaana Yaadannoo duʼa Yesus kabajuufi haasaa Macaafa Qulqulluu duutisaa akkamitti akka nu fayyadu ibsu dhagaʼuuf Ebla 14, 2014 (Ebla 6, 2006) walitti qabamu. Waraqaan affeerrii kun bakkaafi yeroo ayyaanni kun naannoo keenyatti itti kabajamu qabateera.”

Masaraa Eegumsaa Amajjii-Bitootessa

“Akka ilaalcha keetti sobni waaʼee Waaqayyoo dubbatamu inni guddaan isa kami? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun, Waaqayyo namoonni akka isa jaallataniifi akka isatti amanaman akka barbaadu dubbata. [Isaayaas 41:13 dubbisiif.] Barruun kun soba waaʼee Waaqayyoo yeroo baayʼee dubbatamuufi namoonni tokko tokko akka isarraa fagaatan godhe sadii saaxila.”

Dammaqaa! Amajjii-Bitootessa

“Ilaalcha dhimma kanarratti qabdu utuun beekee natti tola. Qabeenya hedduu utuu hin qabaatin gammachuudhaan jiraachuun kan dandaʼamu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun maal akka jedhu hubadhu. [1 Ximotewos 6:8 dubbisiif.] Barruun kun, qabeenyaaf ilaalcha sirrii akka qabaannu nu jajjabeessa; akkasumas wantoota barbaachisaa qarshiin bituu hin dandeenye sadii caqasa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi