LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/15 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2015
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2015
km 2/15 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Duula Afeerrii Ayyaana Yaadannootiif

“Wanta iddoo guddaa qabu tokko beeksisuuf waraqaa afeerrii kana raabsaa jirra. Bitootessa 25⁠tti, (Ebla 3, 2015) namoonni miliyonaan lakkaaʼaman duʼa Yesus Kiristos kabajuu fi haasaa duuti isaa kan nu fayyadu akkamitti akka taʼe ibsu dhaggeeffachuuf addunyaa maratti walitti qabamu. Waraqaan afeerrii kun saʼaatii fi iddoo walgaʼiin kun naannoo keenyatti itti geggeeffamu qabateera.”

Masaraa Eegumsaa Amajjii-Bitootessa

“Namootaa wajjin waaʼee Waaqayyoo mariʼachaa jirra. Namni hundi waaʼee Waaqayyoo ilaalcha mataa isaa akka qabu beekna. Namoonni hedduun Waaqayyoon akka humna uumamaa qaama of dandaʼe hin qabneetti moo, akka michuu dhuunfaatti isaanii yaaduutti kan ilaalan sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Caqasni Macaafa Qulqulluu kun, Waaqayyo isaa wajjin walitti dhufeenya akkamii akka qabaannu akka barbaadu nutti hima. [Yaaqoob 4:8a dubbisi.] Barruun kun, Waaqayyotti dhihaachuuf wantoota gochuu qabnu sadii ibsa.”

Dammaqaa! Amajjii-Bitootessa

“Namni hundi gammachuu qabaachuu barbaada; yeroo harʼaatti garuu namoonni hedduun gammachuu hin qaban. Wanti gammachuu dhugaa argamsiisu maali dha jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun jireenya gammachuu qabu jiraachuuf akka gargaaru hubadheera. Fakkeenyaaf, yaada Macaafa Qulqulluu kana ilaali. [Ibroota 13:5 dubbisi.] Barruun kun, wantoota Macaafa Qulqulluu irratti hundaaʼanii fi gammachuu dhugaa qabaachuuf barbaachisan afur ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi