LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/14 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2014
km 8/14 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Sanbadduraa Jalqabaa Jiʼa Fulbaanaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru

“Gaaffii baayʼee barbaachisaa taʼe tokkorratti yeroo gabaabaadhaaf sii wajjin mariʼachuuf garakee dhufne. [Duuba Masaraa Eegumsaa Adoolessa-Fulbaana irraa gaaffii isa jalqabaa itti argisiisi.] Deebiinkee maalidha?” Hanga deebii kennutti eegi. Yaada gaaffii isa jalqabaa jalatti argamurrattiifi yoo xinnaate caqasa achirra jiru tokkorratti mariʼadhaa. Barruulee lamaanuu kenniifiitii yeroo kan biraatti gaaffii isa itti aanurratti mariʼachuuf beellama qabadhu.

Masaraa Eegumsaa Adoolessa-Fulbaana

“Namoonni baayʼeen wanti gara fuulduraatti isaan eeggatu maal akka taʼe baruu barbaadu. Waaʼee gara fuulduraa yeroo yaaddu maaltu sitti dhagaʼama? Sodaa malee eeggattamoo ni dhiphatta? [Hanga deebii kennutti eegi. Achii, saanduqa “Gara Fuulduraa Ilaalchisee Wanta Waaqayyo Dubbate” jedhu keessaa caqasa tokko dubbisiif.] Barruun kun, wantoota gara fuulduraatti akka raawwataman Waaqayyo dubbate tokko tokkoofi dhugumaan ni raawwatamu akka jennu kan nu godhu maal akka taʼe ibsa.”

Dammaqaa! Adoolessa-Fulbaana

“Rakkina baramaa taʼaa jiru tokkorratti namootaa wajjin mariʼachaa jirra. Namoonni tokko tokko jireenyasaanii keessatti rakkinni humnaa ol taʼe yeroo isaan mudatu of ajjeesuu yaadu. Namni dhiphate tokko of ajjeesuu kan yaadu dhuguma duʼuu barbaadeemoo rakkina isaarraa obbaafachuu barbaadee sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Mee Macaafa Qulqulluurraa abdii namoonni baayʼeen ilaalcha gaarii akka qabaatan gargaare tokkon sii dubbisa. [Mulʼata 21:3, 4 dubbisi.] Barruun kun namni tokko rakkinni isa mudachaa kan jiru taʼus, sababa itti jiraachuu qabu sadii ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi