LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/12 ful. 4
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2012
km 8/12 ful. 4

Akkaataa Dhiheenyaa

Jiʼa Jiʼaan, Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru

“Yeroo harʼaatti Waaqayyo sabasaa kan geggeessu jaarmiyaadhaanimoo dhuunfaadhaan sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun namoota Waaqayyo bara duriitti gurmeesse ilaalchisee maal akka jedhu hubadhu.” Masaraa Eegumsaa Adoolessaa-Fulbaanaa fuula 10 baasiitii yaada mataduree xiqqaa isa jalqabaa jalaa jiru waliin ilaalaa; achiis caqasoota achirratti ibsaman keessaa yoo xinnaate tokkoonsaa waliin dubbisaa. Barruulee sana akka fudhatu erga isa afeertee booda gaaffii ittaanu mariʼachuuf beellama qabadhu.

Masaraa Eegumsaa Adoolessaa-Fulbaanaa

“Waggoota dhihootii asitti Armaagedoon, dhimma namoonni hedduun irratti mariʼatan taʼeera. Ilmaan namootaa Armaagedooniin hambisuuf wanti isaan gochuu dandaʼan kan jiru sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Jechi ‘Armaagedoon’ jedhu caqasa kanarraa kan fudhatamedha. [Mulʼata 16:16 dubbisi. Achiis qola baruu sanaa itti argisiisi.] Barruun kun deebii Macaafni Qulqulluun gaaffiiwwan kanaaf kennu ibsa.”

Dammaqaa! Fulbaana

“Namoonni baayʼeen, lubbuun lafarra jiru, tarii waraana niiwkulariitiin ykn balaa uumamaa kan akka astirooyidotaatiin ykn jijjiirama qilleensaa addunyaa maraatiin gaaf tokko ni bada jedhanii sodaatu. Guyyaan dheekkamsaa kun xiyyeeffannaan kennamuufii kan qabumoo akkasumaan waan odeeffamu sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun abdii nama jajjabeessu kana kenna. [Faarfannaa 37:29 dubbisi.] Barruun kun, jechoota baramaa guyyaa dheekkamsaa kanatti ni raawwatamu jedhamanii dubbataman tokko tokkoofi yeroo gara fuulduraa ilaalchisee wanta sirrii Macaafni Qulqulluun ibsu qabateera.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi