LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Ebla ful. 6
  • Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • HAALA ARMAAN GADII KEESSATTI JAALALA ARGISIISUU KAN DANDEENYU AKKAMITTI?
  • Yihowaa Eeggadhaa
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Yeroo Nyaata Hafuuraa Soorachuudhaan Itti Gammannu
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Guyyaa Lamaaf Karaa Hafuuraa Jajjabina Arganna
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Walgaʼiin Koonyaa Keenya—Dhugaadhaaf Ragaa Cimaa Dhiheessa
    Tajaajila Mootummaa—2012
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Ebla ful. 6

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo

Akkuma yeroo kaanii, tibba walgaʼii naannoottis jaalala Waaqayyoo fi namootaaf qabnu argisiisuu barbaanna. (Mat 22:37-39) Qorontos Isa Duraa 13:4-8 wantoota jaalalli raawwatu ibsa: “Jaalalli obsaa dha, gaarummaas ni argisiisa. . . . amala sirrii hin taane hin argisiisu, faayidaa mataa isaa qofa hin barbaadu, hin aaru. . . . Jaalalli matumaa hin badu.” Viidiyoo Yaadachiisawwan Walgaʼii Naannoo jedhamu yommuu ilaaltan, karaawwan walgaʼii naannoo irratti jaalala namootaaf qabdan itti argisiistan irratti yaadaa.

HAALA ARMAAN GADII KEESSATTI JAALALA ARGISIISUU KAN DANDEENYU AKKAMITTI?

  • Yommuu teessuma qabannu.

    Maatii taaʼumsi duwwaan gidduu isaanii utuu hin jiraatin walitti siqanii taaʼaa jiran
  • Yommuu muuziqaan sagantichi jalqabuu isaa beeksisu dhagaʼamu.

    Dhugaa Baatonni Yihowaa sagantaan walgaʼii jalqabuu isaa dura taaʼanii muuziqaa sagantichi jalqabuu isaa argisiisu yommuu dhaggeeffatan
  • Magaalaa walgaʼiin naannoo sun itti godhamu keessatti iddoo boqonnetti.

    Maatii hootela qabatan gaʼan
  • Tajaajila fedhaa kennuudhaan.

    Bakka walgaʼiin itti geggeeffamu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi