LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Ebla ful. 8
  • Duula Afeerrii Walgaʼii Naannoo

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Duula Afeerrii Walgaʼii Naannoo
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • WANTOOTA IRRATTI YAADUU QABDU
  • WANTA JECHUU DANDEESSU
  • NAMOOTA FEDHII ARGISIISAN GARGAARUU KAN DANDEESSU AKKAMITTI?
  • Afeerrii Kallattiidhaan Dhihaatu
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Afeerrii Addaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Duula Buʼaa Argamsiise
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Ayyaana Yaadannoo Beeksisuuf Duula Bitootessa 17 Jalqabu
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Ebla ful. 8

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI

Duula Afeerrii Walgaʼii Naannoo

Dhugaa Baatuun Yihowaa tokko gaarii barreeffamni irra kaaʼamu bira dhaabatee namicha tokkoof yommuu lallabu

Waggaa waggaadhaan, nyaata hafuuraa walgaʼii naannoo keenya irratti argannu hawwii guddaadhaan eegganna. Namoonni kaanis nuu wajjin argamanii gaarummaa Yihowaa dhandhamanii akka ilaalaniif hamma nuu dandaʼame namoota hedduu afeerra. (Far 34:8) Qaamni jaarsolii waraqaa afeerrii kana raabsuuf mala akkamiitti utuu fayyadamnee gaarii akka taʼe ni murteessa.

WANTOOTA IRRATTI YAADUU QABDU

  • Walgaʼiin naannoo koo yoomi?

  • Gumiin keenya waraqaa afeerrii raabsuu kan jalqabu yoomi?

  • Walgaʼiin tajaajila dirree gumii yoom godhama?

  • Duulichaaf karoora akkamii baafadheera?

  • Eenyufaan afeeruuf karoorfadhe?

WANTA JECHUU DANDEESSU

Waraqaa Afeerrii Walgaʼii Naannoo 2016

Erga nagaa gaafattee booda akkana jechuu dandeessa:

“Namoonni qophii adda taʼe tokko irratti akka argaman afeeruuf addunyaa maratti waraqaa afeerrii kana raabsaa jirra. Guyyaa, saʼaatii fi iddoon isaa waraqaa kana irratti ibsameera. Nu wajjin utuu argamtee nutti tola.”

NAMOOTA FEDHII ARGISIISAN GARGAARUU KAN DANDEESSU AKKAMITTI?

Barruu Masaraa Eegumsaa! Lakk. 2 2016 | Yesus Kan Dhiphatee fi Kan Duʼe Maaliifi?

Hamma nuuf dandaʼame namoonni hedduun walgaʼii naannoo irratti akka argaman kan afeerru taʼus, namoota fedhii argisiisan gargaaruuf dammaqoo taʼuu qabna.

Sanbadduraa fi Dilbata, waraqaa afeerrii wajjin barruulee kennuu dandeessu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi