LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Waxabajjii ful. 8
  • Mootumichi Waggaa 100 Lakkoofsiseera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mootumichi Waggaa 100 Lakkoofsiseera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Mootummaan Kee haa Dhufu”—Kadhannaa Namoonni Miliyoonaan Lakkaaʼaman Dhiheessan
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Akka Lammii Mootummichaatti Jiraadhaa!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Mootummaan Waaqayyoo Garaa Namootaa Keessa Jiru Dhaa?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Waxabajjii ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Mootumichi waggaa 100 lakkoofsiseera

Konkolaataa meeshaa sagalee guddisu qabu

Namoonni lammii Mootummaa Waaqayyoo taʼuu barbaadan waaʼee Mootummichaa fi wantoota inni raawwate hanga dandaʼan barachuu qabu. Maaliif? Kun, amantii Mootummaan Waaqayyoo bulchaa akka jiru qaban isaaniif cimsuu qofa utuu hin taʼin, misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo namootatti himuuf isaan kakaasa. (Far 45:1; 49:3) Viidiyoo Mootumichi Waggaa 100 Lakkoofsiseera jedhu yommuu ilaaltan gaaffiiwwan armaan gadii deebisuuf yaalaa:

  1. Fiilmiin “Footoo Diraamaa Oov Kiriʼeeshin” jedhamu, warra fiilmicha ilaalaniif eebba ture kan jennu maaliifi?

  2. Misiraachicha lallabuuf raadiyoon faayidaa irra kan oole akkamitti?

  3. Malawwan misiraachicha lallabuuf hojii irra oolan kaan kam faʼi? Buʼaan isaa hoo maal ture?

  4. Waggoottan darbanitti leenjiin tajaajila ilaalchisee kennamu fooyyaʼaa kan dhufe akkamitti?

  5. Barattoota Mana Barumsaa Giilʼaadiif leenjii akkamiitu kennamaa ture?

  6. Walgaʼii guguddaan saba Yihowaa barsiisuu irratti gaʼee akkamii qaba ture?

  7. Mootummaan Waaqayyoo bulchaa jiraachuu isaa kan siif mirkaneesse maali dha?

  8. Mootummaa Waaqayyoo akka deggerru argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Kitaabni Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira! jedhamu, torban Guraandhala 1, 2017⁠tti Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii irratti qoʼatamuu jalqaba

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi