LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 3
  • ‘Garaan Keessan Karaa Irraa hin Gorin’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Garaan Keessan Karaa Irraa hin Gorin’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Garaa Keenya Eeggachuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Dammaqaa Seexanni Isin Liqimsuu Barbaada!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2022
  • “Namni Kam Iyyuu, . . . Boojiʼee Akka Isin hin Fudhanne Of Eeggadhaa”!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAKKEENYA 7-11

‘Garaan Keessan Karaa Irraa hin Gorin’

Dargageessi tokko gara mana dubartii gaalamootaa yommuu ilaalu

Qajeelfamni Yihowaa eegumsa nuuf godha. Faayidaa irraa argachuuf garaa keenya keessatti iddoo guddaa kennuufii qabna. (Fak 7:3) Tajaajilaan Yihowaa garaan isaa karaa irraa akka goru yoo heyyame, tooftaa Seexanni nu gowwoomsuuf itti fayyadamuuf saaxilama. Fakkeenyi boqonnaan 7 waaʼee dargaggeessa garaan isaa akka isa gowwoomsu heyyamee dubbata. Dogoggora inni raawwate irraa barumsa akkamii arganna?

  • Ija

    Ilaaluu

    7:10

  • Dubartiin tokko harka namicha tokkoo yommuu qaqqabdu

    Qaqqabuu

    7:13

  • Daabboo fi wayinii

    Dhamdhamuu

    7:14

  • Shittoo

    Fuunfachuu

    7:17

  • Dubartiin tokko gurra namicha tokkootti yommuu asaastu

    Dhagaʼuu

    7:21

  • Seexanni qaamota miiraa keenya shananitti fayyadamee gocha dogoggoraa akka raawwannu nu sossobuudhaan, Yihowaa irraa nu fageessuuf yaala

  • Ogummaa fi hubannaan, miidhaa gocha dogoggoraa raawwachuun geessisu hubachuu fi balaa hafuuraa irraa fagaachuuf nu gargaara

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi