LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Onkoloolessa ful. 4
  • Deebii Gaarii Deebisuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Deebii Gaarii Deebisuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gumii keessatti Yihowaa jajadhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • Walgaʼiiwwan Gumiirratti Wal Jajjabeessaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Akka Itti Deebii Deebistu Baradhu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Walgaʼii Keenyaaf Akka Gaariitti Qophaaʼuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Onkoloolessa ful. 4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Deebii Gaarii Deebisuun kan Dandaʼamu Akkamitti?

Mucaa Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa irratti harka baasaa jiru; obboleettii Qoʼannaa Masaraa Eegumsaa irratti deebii deebisaa jirtu

Deebii gaariin gumii ni ijaara. (Rom 14:19) Warra deebii deebisanis ni fayyada. (Fak 15:23, 28) Kanaaf, walgaʼii hunda irratti yoo xinnaate deebii tokko deebisuuf carraaquu qabna. Yeroo harka baasnu hundatti carraa argachuu akka hin dandeenye beekamaa dha. Kanaaf, deebii garaa garaa qophaaʼuun gaarii dha.

Deebii gaariin . . .

  • salphaa, ifa kan taʼee fi gabaabaa dha. Yeroo baayʼee sekoondii 30 ykn isaa gad keessatti deebisamuu dandaʼa

  • jecha mataa keessaniin isa deebistani dha

  • isa duraan deebisame irra kan deebiʼame miti

Akka deebistuuf jalqaba irratti yoo gaafatamte . . .

  • gaaffii gaafatameef kallattiidhaan deebii salphaa kenni

Gaaffichi erga deebifamee booda, . . .

  • caqasni caqasame barumsa qoʼatamaa jiru akkamitti akka deggeru ibsi

  • dhimmichi jireenya keenya kan tuqu akkamitti akka taʼe ibsi

  • barumsichatti akkamitti fayyadamuu akka dandeenyu ibsi

  • muuxannoo gabaabaa yaada ijoo isaa addeessu dubbadhu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi