LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Muddee ful. 4
  • Raajiiwwan Masiihicha irratti Raawwataman

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Raajiiwwan Masiihicha irratti Raawwataman
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • A7-C Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Guddaa Yesuus Galiilaatti Raawwate (Kutaa 1)
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • A7-B Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Jalqaba Tajaajila Yesuus
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • A7-D Wantoota Guguddaa Jireenya Yesuus isa Lafa Irraatti Raawwataman—Tajaajila Guddaa Yesuus Galiilaatti Raawwate (Kutaa 2)
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qaanaa Keessatti Dinqii Isa Lammaffaa Hojjete
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Muddee ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 6-10

Masiihichi Raajiiwwan Akka Raawwataman Godheera

Isa Bifa Maxxansaan Jiru

Yesuus dhalachuu isaa jaarraawwan hedduu dura Isaayaas Masiihichi “Yordaanos gamaa fi Galiilaa isa kan saba warra kaaniif” akka lallabu raajii dubbatee ture. Yesuus guutummaa Galiilaa keessa naannaʼee lallabuu fi misiraachoo barsiisuudhaan raajiin kun akka raawwatamu godheera.—Isa 9:1, 2.

Kaartaa Galiilaa
  • Miʼa daadhii wayinii

    Dinqii isaa isa jalqabaa raawwate —Yoh 2:1-11 (Qaanaa)

  • Ergamoota 12n

    Ergamoota isaa filate —Mar 3:13, 14 (Qifirnaahomitti dhihoo)

  • Yesuus yommuu barsiisu

    Gaara Tokko irratti haasaa kenne —Mat 5:1–7:27 (Qifirnaahomitti dhihoo)

  • Ilma duʼaa kaafame

    Ilma tokkicha dubartii abbaan manaa ishii irraa duʼe duʼaa kaase—Luq 7:11-17 (Naayin)

  • Yesuus inni duʼaa kaʼe barattoota isaatti yommuu mulʼatu

    Erga duʼaa kaʼee booda barattoota isaa 500 taʼanitti mulʼate—1Qor 15:6 (Galiilaa)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi