LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Waxabajjii ful. 4
  • Obsaan Eeguun Jabaannee Dhaabachuuf Nu Gargaara

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Obsaan Eeguun Jabaannee Dhaabachuuf Nu Gargaara
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Bulchiinsa Yihowaa fi Wantoota Inni Raawwatu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Ariʼatama Sirra Gaʼu Dandamachuu ni Dandeessa
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Wanta Itti Dadhabdanitti Gammadaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Gara Boqonnaa Waaqayyootti Galuuf Wanta Dandeessan Hunda Godhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Waxabajjii ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARUU ERMIYAAS 1-5

Obsaan Eeguun Jabaannee Dhaabachuuf Nu Gargaara

Ermiyaas, rakkinni cimaan kan isa irra gaʼe taʼu illee, ilaalcha sirrii qabaachuun isaa jabaatee akka dhaabatu kan isa gargaare akkamitti?

3:20, 21, 24, 26, 27

  • Ermiyaas, Yihowaan namoota saba Isaa keessaa garaa isaaniitii yaada jijjiirratan ‘gadi gugguufee’ gargaaruudhaan haala gaddisiisaa keessaa akka isaan baasu mirkanaaʼaa ture

  • ‘Bara dargaggummaa isaatti waanjoo baachuu’ barateera. Dargaggummaatti qorumsa damdamachuun, namni tokko rakkina jireenya isaa gara boodaatti isa mudatu karaa buʼa qabeessa taʼeen akka moʼu isa qopheessa

Ermiyaas kadhachaa jira; jiraattonni Yerusaalem boojuudhaan fudhatamaa jiru

Rakkina gara fuulduraatti na mudatuuf qophaaʼuu kanan dandaʼu akkamitti?

Amala obsaan eeguu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi