LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Hagayya ful. 4
  • Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horadhaa—Ija Jabina

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horadhaa—Ija Jabina
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ija Jabeeyyii Taʼuu ni Dandeenya
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • ‘Ija Jabaadhaa, Hojjedhaas!’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Ija Jabina Naa Kenni
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • “Cimi, Ija Jabaadhus!”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Hagayya ful. 4

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Amalawwan Waaqayyoon Gammachiisan Horadhaa—Ija Jabina

BARBAACHISAA KAN TAʼE MAALIIFI?:

  • Lallabuun ija jabina gaafata.—HoE 5:27-29, 41, 42

  • Rakkinni inni guddaan ija jabinni keenya akka qoramu godha.—Mat 24:15-21

  • Nama sodaachuun miidhaa guddaa geessisa.—Er 38:17-20; 39:4-7

KANA GOCHUU KAN DANDEENYU AKKAMITTI?

  • Dandeettii Yihowaan fayyisuuf qabu irratti xiinxali.—Bau 14:13

  • Ija jabeessaa fi onnataa taʼuuf kadhannaa dhiheessi.—HoE 4:29, 31

  • Yihowaa amanadhu.—Faarfannaa 118:6

Obboloonni lama hojii lallabaa sabaaf godhamu irratti akka isaanii wajjin hirmaatuuf obboleessa tokko afeeraa jiru

Tajaajila irratti sodaan ani moʼuu qabu isa kami dha?

VIIDIYOO WANTOOTA AMANAMUMMAA MANCAASAN IRRAA FAGAADHAA—SODAA NAMAA JEDHAMU ILAALI; ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALI:

  • Tajaajila irratti ija jabina qabaachuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

  • Fakkeenya 29:25 irratti wantoonni wal bira qabamanii ibsaman maali dha?

  • Ammumaa ija jabina horachuu kan qabnu maaliifi?

FAKKEENYA KITAABA QULQULLUU IRRATTI XIINXALUU QABNU:

Hisqiʼel, raajii taʼee akka tajaajiluuf hojiin isaaf kenname ulfaataa akka isatti taʼu isatti himamee ture.—His 2:3-7; 33:7-9.

Akkana jedhii of gaafadhu, ‘Ija jabina argisiisuudhaan fakkeenya Hisqiʼel hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi