LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Onkoloolessa ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAMMAQAA!
  • DHUGAA BARSIISAA
  • NAMOONNI DUʼAN DEEBIʼANII JIRAACHUU DANDAʼUU? (T-35)
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa Tajaajilaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Onkoloolessa ful. 1
Obboleessi tokko Afaan Tuuvaaluutiin tiraaktii Namoonni Duʼan jedhu kennaa jira

Afaan Tuvaaluutiin tiraaktiin Namoonni Duʼan jedhu yommuu kennamu

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Dammaqaa! Lakk. 5 2017 | Yommuu Balaan Gaʼu Tarkaanfii Nama Oolchuu Dandaʼu

Gaaffii: Yeroo balaan gaʼuuf qophaaʼuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

Caqasa: Fak 27:12

Barreeffamicha Kennuuf: Barruun kun balaan gaʼuu isaa dura, yeroo balaan gaʼuu fi erga balaan gaʼee booda maal gochuu akka qabnu ibsa.

DHUGAA BARSIISAA

Kitaaba Qulqulluu banamaa

Gaaffii: Waaqayyoon akka jaallannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

Caqasa: 1Yo 5:3

Dhugaa: Ajaja isaa hojii irra oolchuudhaan Waaqayyoon akka jaallannu argisiisna.

NAMOONNI DUʼAN DEEBIʼANII JIRAACHUU DANDAʼUU? (T-35)

Namoonni Duʼan Deebiʼanii Jiraachuu Dandaʼuu?

Gaaffii: Namoonni garaa qajeelaa qabanii fi addunyaa mara irra jiran hedduun, ayyaanota namoota duʼaniif ulfina kennan kabaju. Michoota keenya nu jalaa duʼan deebinee arguu ni dandeenyaa laata?

Caqasa: HoE 24:15

Barreeffamicha Kennuuf: Tiraaktiin kun abdiin duʼaa kaʼuu hiika maalii akka siif qabu ibsa. [Dandaʼamnaan, viidiyoo Namoonni Duʼan Abdii Qabuu? jedhu itti argisiisi]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi