BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | OBAADIYAA 1–YOONAAS 4
Dogoggora Keessan Irraa Baradhaa
Seenaan waaʼee Yoonaas ibsu, Yihowaan yeroo nuti dogoggora raawwannu akka abdii nutti hin kutanne argisiisa. Haa taʼu malee, dogoggora keenya irraa akka barannuu fi jijjiirama barbaachisu akka goonu nu irraa eega.
Yoonaas, Yihowaan yommuu hojii isaaf kennu dogoggora akkamii raawwate?
Yoonaas waaʼee maalii kadhate? Yihowaan hoo deebii kan isaaf kenne akkamitti?
Yoonaas dogoggora isaa irraa akka barate kan argisiise akkamitti?