LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Waxabajjii ful. 4
  • Gad Of Qabuudhaan Fakkeenya Maariyaam Hordofaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gad Of Qabuudhaan Fakkeenya Maariyaam Hordofaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Ani Garbittiin Gooftaa Kunoo Asan Jira”
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Fakkeenya Maariyaamirraa Maal Baranna?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
  • “Garaatti Qabattee, Itti Yaaddi Turte”
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
  • Maariyaam Haadha Waaqayyoo Tii?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Waxabajjii ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LUQAAS 1

Gad Of Qabuudhaan Fakkeenya Maariyaam Hordofaa

Yihowaan, Maariyaam ilaalcha dinqisiisaa taʼe waan qabduuf, mirga namni kam iyyuu hin arganne akka argattuuf ishii filateera.

Maleekaan Gabriʼeel jedhamu Maariyaam wajjin yeroo dubbatu

1:38, 46-55

Jechoonni Maariyaam dubbatte wantoota kanaa gadii akka qabdu kan argisiisu akkamitti?

  • Gad of qabuu

  • Amantii cimaa

  • Beekumsa Kitaabota Qulqulluu

  • Dinqisiifannaa

IRRATTI XIINXALUUF:

Yihowaan wantoota karaa fedha isaa wajjin wal simuun akka raawwatu guutummaatti isatti nan amanamaa? Fakkeenya Maariyaam caalaatti hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi