LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Adoolessa ful. 3
  • Duuka Buutuu Koo Taʼi—Kun Maal Gochuu Gaafata?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Duuka Buutuu Koo Taʼi—Kun Maal Gochuu Gaafata?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Wantoota ‘Gara Booddeetti’ Hafan Hin Ilaalinaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2012
  • Karaa Gara Cubbuu fi Duʼaatti Geessu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Tajaajilli Keenya Hojii Gargaarsaa Dabalata
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Yaada Koo Sassaabbachuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
    Gaaffii Dargaggootaa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Adoolessa ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LUQAAS 8-9

Duuka Buutuu Koo Taʼi—Kun Maal Gochuu Gaafata?

9:62

Namni qotu tokko tooraan qotuu yoo barbaade, wanta duuba isaa jiru ilaaluudhaan yaanni isaa akka hihhiramu gochuu hin qabu. Haaluma wal fakkaatuun, Kiristiyaanni tokko wantoota addunyaa keessatti dhiisee dhufeen yaanni isaa akka hihhiramu heyyamuu hin qabu.—Flp 3:13.

Yommuu rakkinni nu mudatu, yeroo gaarii akka taʼe yaannuu fi dhugaa beekuu keenya dura ture hawwina taʼa. Yoo akkas taʼe, yeroo baayʼee gammachuu yeroo sanatti arganne arbeessuudhaan, rakkoowwan kanaan dura nu irra gaʼan immoo salphisnee ilaalluu dandeenya. Wanti Israaʼeloonni yommuu Gibxiin gadhiisanii baʼanitti godhan kanuma ture. (Lak 11:5, 6) Yaadawwan akkasii irratti kan xiinxallu yoo taʼe, akkaataa jireenya keenya isa duraatti deebiʼuuf qoramuu dandeenya. Eebbawwan yeroo ammaatti arganne irratti xiinxaluu fi gammachuu gara fuulduraatti Mootummicha jalatti argannu irratti xiyyeeffachuun keenya faayidaa guddaa qaba.—2Qo 4:16-18.

Namni qotu tokko tooraan qotuu yoo barbaade, wanta duuba isaa jiru ilaaluudhaan yaanni isaa akka hihhiramu gochuu hin qabu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi