LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Onkoloolessa ful. 8
  • Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Tokkummaa isa Gatii Guddaa Qabu Eegaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Tokkummaa isa Gatii Guddaa Qabu Eegaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?
  • Buʼaa Gaarii Seequudhaan Argame!
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Tokkummaa Gumiitiif Gumaacha Godhi
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Yeroo Weerara Dhibeetti Lallabuu Isaanii Itti Fufaniiru
    Muuxannoowwan Dhugaa Baatota Yihowaa
  • Jehoovaas Wiitinasis—Orgaanaayizdi tuu Sheer za Gud Niiwus
    Tajaajila Mootummaa—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Onkoloolessa ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Jaalalli Kiristiyaanota Dhugaa Adda Baasee Beeksisa—Tokkummaa isa Gatii Guddaa Qabu Eegaa

BARBAACHISAA KAN TAʼE MAALIIFI? Yesuus galgala duʼa isaa dura turetti, ergamoonni isaa “guutummaatti tokkummaa akka qabaatan” kadhannaa dhiheesseera. (Yoh 17:23, milj.) Tokkummaa qabaannee jiraachuudhaaf jaalala isa ‘Miidhaa isa irra gaʼe galmeessee hin qabanne’ argisiisuu qabna.—1Qo 13:5.

KANA GOCHUUN KAN DANDAʼAMU AKKAMITTI?

  • Wanta gaarii Namoonni kaan qaban ilaaluudhaan fakkeenya Yihowaa hordofaa

  • Tola dhiifama godhaa

  • Dhimma tokkoof furmaata erga kennitanii booda irra deebitanii hin kaasinaa.—Fak 17:9

VIIDIYOO ‘JAALALA WALIIF QABAADHAA’—WAAN HAMAA NAMA IRRATTI HIN LAKKAAʼINAA, JEDHU ILAALAA, ACHIIS GAFFIWWAN ARMAAN GADIITIIF DEEBII KENNAA:

  • Kutaa jalqabaa viidiyichaa irratti Heelan ‘waan hamaa nama irratti lakkaaʼuu’ ishii kan argisiiste akkamitti?

  • Kutaa lammaffaa viidiyichaa irratti, Heelan ilaalcha sirrii hin taane moʼuu fi ilaalcha sirrii taʼe horachuu kan dandeesse akkamitti?

  • Booda irratti hoo, Heelan tokkummaa gumiitiif gumaacha kan goote akkamitti?

Saaraa, Heelanii fi Siinan

Waan hamaa nama irratti lakkaaʼuu keenya yoo itti fufne caalaatti eenyuun miina?

FAKKEENYA KITAABA QULQULLUU IRRATTI XIINXALUU QABNU: Phaawulos ergamaan Yohaannis Maarqos duraan kan isa mufachiise taʼus amala gaarii Yohaannis Maarqos qabuuf beekamtii kenneera.—HoE 13:13; 15:37, 38; 2Xi 4:11.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Nama kanaan dura na mufachiise tokko irratti amanannaa akkan qabu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi