LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Ebla ful. 5
  • Eebba Argachuuf Walʼaansoo Gochaa Jirtuu?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Eebba Argachuuf Walʼaansoo Gochaa Jirtuu?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Eebba Yihowaa Garaadhaa Barbaadaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Eebba Yihowaa Argachuuf Walʼaansoo Gochuu Keessan Itti Fufaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • Wantin Hunda Caalaa Iddoo Guddaa Kennuuf Maali Dha?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • “Waaʼee Waan Tokkoo Illee hin Yaaddaʼinaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Ebla ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 32-33

Eebba Argachuuf Walʼaansoo Gochaa Jirtuu?

32:24-28

Eebba Yihowaa argachuuf, jireenya keenya keessatti dhimmoota hafuuraatiif iddoo isa jalqabaa kennuu qabna. (1Qo 9:26, 27) Yommuu Yihowaa tajaajilutti ilaalcha Yaaqoob maanguddichi yeroo maleekaa tokkoo wajjin walʼaansoo qabetti argisiise qabaachuu qabna. Wantoota armaan gadii gochuudhaan eebba Yihowaa argachuu akka barbaannu argisiisuu dandeenya:

  • Walgaʼiiwwan gumiitiif akka gaariitti qophaaʼuudhaan

  • Haala dhaabbataa taʼeen tajaajila irratti hirmaachuudhaan

  • Warra gumii keessa jiran gargaaruuf wanta dandeenyu hunda gochuudhaan

Suuraa garaa garaa: Haadha hojiidhaan qabamtee jirtu. 1. Guyyaa ishii jalqabuu ishii dura kadhachaa jirti. 2. Tajaajila baʼuu ishii dura intala ishii ishii xinnoo nyaachisaa jirti. 3. Intala ishii ishii xinnoo fi obboleettii gumii isaanitti argamtu takkaa wajjin tajaajila irratti hirmaachaa jirti.

Haalli keessa jirtan maal iyyuu yoo taʼe, Yihowaan akka isin gargaaru yeroo hunda kadhadhaa; akkasumas humna keessan guutuudhaan isa tajaajiluudhaan eebba isaa argachuuf carraaqaa.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Jireenya koo keessatti kallattiiwwan kamiin carraaqqii cimaa gochuudhaan eebba Yihowaa argachuu dandaʼa?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi