BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 46-47
Bara Beelaatti Nyaata Argachuu
Yeroo harʼaatti namoonni addunyaa karaa hafuuraatiin beela cimaa keessa jiru. (Amo 8:11) Haa taʼu malee, Yihowaan Yesuus Kiristoositti fayyadamee nyaata hafuuraa irraa hafaa taʼe nuuf dhiheessaa jira.
Barreeffamoota Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan
Walgaʼiiwwan gumii
Walgaʼiiwwan aanaa fi naannoo
Wantoota sagaleedhaan qophaaʼan
Viidiyoowwan
JW.ORG
JW Biroodkaastingi
Maaddii Yihowaa irraa yeroo hunda soorachuuf aarsaawwan akkamiin kaffalaa jira?