LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Sadaasa ful. 4
  • Yihowaadhaaf Isa Hunda Irra Caalu Kenni

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaadhaaf Isa Hunda Irra Caalu Kenni
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Wanta Qabdu Keessaa Isa Caalu Yihowaadhaaf Kenni
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • “Ani Yommuu Dubbattu Sii Wajjin Nan Taʼa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Baafata Mata Duree
    Dammaqaa!—2022
  • Inni Rakkina Keenya Ni Hubata
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Sadaasa ful. 4
Fakkiiwwan garaa garaa: Yihowaan Aarsaawwan garaa garaa Israaʼelonni dhiheessaa turan fudhateera. 1. Daakuu baʼeessa. 2. Gugee. 3. Maatiin tokko hoolaa tokko lubatti kennaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LEWWOOTA 4-5

Yihowaadhaaf Isa Hunda Irra Caalu Kenni

5:5-7, 11

Israaʼel keessatti hiyyummaan, namni kam iyyuu Yihowaa wajjin nagaa akka hin uumne gochuu hin dandeenye. Israaʼelonni baayʼee hiyyeeyyii taʼan illee, kennaan isaanii wanta qaban keessaa isa hunda irra caalu hamma taʼetti Yihowaa duratti fudhatama ni qabaata ture. Daakuu kennuu ni dandaʼu turan; taʼus Yihowaan daakuun sun akkuma daakuu nyaata keessummoota kabajamoo taʼaniif tolchuuf taʼutti “baʼeessa” akka taʼu isaan irraa eega ture. (Uma 18:6) Yeroo harʼaatti, haalli keenya wanta kennuu dandeenyu baayʼee kan nu jalaa daangessu yoo taʼe illee, Yihowaan “aarsaa galataa” waan qabnu hunda irra caalu yeroo kenninu ni fudhata.—Ibr 13:15.

Fayyaan kee ykn humni kee hamma kanaan duraa yoo taʼuu baate yaadni kun si jajjabeessuu kan dandaʼu akkamitti?

Suuraawwan garaa garaa: Obboleettonni lama ‘aarsaa galataa’ hunda irra caalu Yihowaadhaaf kennaa jiru. 1. Obboleettii biyyaa alaa deemtee bakka gabaatti dubartii takkaa wajjin mariʼachaa jirtu. 2. Obboleettii maanguddoo mana ishii teessee xalayaa barreessaa jirtu.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi