LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Amajjii ful. 12
  • Yihowaan Saba Isaa ni Gurmeessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Saba Isaa ni Gurmeessa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Namni Tokko Jijjiirama Fiduu Dandaʼaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Yihowaan Saba Isaa kan Geggeessu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Dogoggora Kee Irraa ni Barattaa?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Amajjii ful. 12

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Saba Isaa ni Gurmeessa

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba Lakkoofsaa jedhamu taphachiisi.]

Israaʼelonni akka garee garee isaanii isa gosa sadi sadiin hirametti buufatan (Lak 1:52, 53; w94-AM 12/1 9 key. 4)

Lakkoofsi namoota buufata Israaʼel keessa turanii walumaa galatti 3,000,000 ykn isaa ol taʼuu dandaʼa (Lak 2:32, 33; it-1-E 397 key. 4)

Yihowaan sabni isaa haala gurmaaʼina qabuun akka isa waaqeffatan barbaada. Haalli Israaʼel durii keessa tures taʼe, haalli bara keenya jiru kun dhugaa taʼuu isaa argisiisa.—1Qo 14:33, 40.

Buufanni Israaʼel asii gadi yeroo ilaalamu. Godoo qulqulluun buufaticha gidduu jira. Godoo qulqulluutti marsanii kan jiran immoo gosoota Leewwii ti: Kallattii bahaatiin Aaron, kallattii kibbaatiin Qehaatota, kallattii dhihaatiin Geershonota, kallattii kaabaatiin immoo Meraarota. Gosoonni Israaʼel 12 isaanitti marsanii argamu. Kallattii bahaatiin Yisaakor, Yihudaa fi Zaabiloon. Kallattii kibbaatiin Gaad, Ruubenii fi Simiʼoon. Kallattii dhihaatiin Biiniyaam, Efreemii fi Minaasee. Kallattii kaabaatiin Niftaalem, Daanii fi Asheer.

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Jaarmiyaa Yihowaa guutummaatti akkan deggeru argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi