LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 8
  • Dogoggora Kee Irraa ni Barattaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dogoggora Kee Irraa ni Barattaa?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yommuun Balleessu Maal Gochuun Qaba?
    Gaaffii Dargaggoonni Gaafatan 10f Deebii Kenname
  • Akkaataa Yihowaan Aangoo Isaa Itti Fayyadamu Hordofaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Dogoggoraaf Ilaalcha Sirrii Qabaachuu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2017
  • Aasaan Ija Jabinaan Tarkaanfii Fudhateera—Ati Hoo?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 8
Obboleettiin tokko Kitaaba Qulqulluu yommuu dubbisuu fi gocha Adoniyaa irratti yommuu xiinxaltu. Suuraawwan garaa garaa: 1. Adoniyaan gaanfa iddoo aarsaa qabate. 2. Adoniyaan yommuu Baat Sheebaa kadhatu.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Dogoggora Kee Irraa ni Barattaa?

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 1 Mootota jedhamu taphachiisi.]

Adoniyaan malaan aangoo fudhachuuf erga yaalee booda dhiifamni isaaf godhamee ture (1Mo 1:5, 52, 53; it-2-E 987 key. 4)

Adoniyaan dogoggora isaa irraa waan hin baranneef gochi isaa miidhaa isa irraan geessiseera (1Mo 2:15-17, 22, 23; it-1-E 49)

Namni ogeessi dogoggora isaa irraa ni barata. Kana caalaa immoo dogoggora warra kaanii irraa ni barata.—1Qo 10:11.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi