LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 5
  • Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Fakkeenyota Barumsa Dabarsan
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
  • Kadhannaadhaan Gargaarsa Yihowaa Fudhadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gammachuu Tajaajila Irratti Argattan Guddifadhaa—Dubbii Waaqayyootti Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gammachuu Tajaajila Irraa Argattan Guddifadhaa—Gaaffii Gaafadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 5
Yesuus yeroo gara irratti lallabaa jirutti haatii fi intalli takka simbirroowwanii fi abaaboowwan xiyyeeffannaadhaan ilaalaa jiru.

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | GAMMACHUU TAJAAJILA IRRATTI ARGATTAN GUDDIFADHAA

Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsaa

Yommuu deddeebii gaaffii goonu ykn Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisnu dhaggeeffattonni keenya qabxiilee ijoo akka hubatan gargaaru qabna. Qabxiilee ijoo fakkeenyaan ibsuudhaan, garaa isaanii tuquu fi barumsicha salphaatti akka yaadatan isaan gargaaruu dandeenya.

Yommuu deddeebii gaaffii gochuuf ykn Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisuuf qophooftan, ibsawwan dabalataa utuu hin taʼin qabxiilee ijoo fakkeenyaan ibsuu barbaaddan adda baafadhaa. Fakkeenya salphaa wantoota guyyaa guyyaadhaan arginu irratti hundaaʼe filadhaa. (Mat 5:14-16; Mar 2:21; Luq 14:7-11) Akkaataa guddinaa fi haala dhaggeeffattootaa keessanii tilmaama keessa galchaa. (Luq 5:2-11; Yoh 4:7-15) Namni mariisistan qabxii tokko hubachuu isaatiin kan kaʼe gammaduu isaa yommuu argitan isinis ni gammaddu.

VIIDIYOO GAMMACHUU BARATTOOTA GOCHUUN ARGAMSIISU ARGADHAA—DANDEETTII KEESSAN FOOYYEEFFADHAA—QABXIILEE IJOO FAKKEENYAAN IBSUUDHAAN JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsuudhaan’ jedhamu irraa fudhatame. Saaraan gaaffii tokko Maartaa gaafachaa jirti.

    Barattoonni keenya caqasoota Kitaaba Qulqulluu hubachuuf gargaarsi kan isaan barbaachisu maaliifi?

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsuudhaan’ jedhu irraa fudhatame. Maartaan Saaraatti fakkeenya tokko himaa jirti.

    Maartaan dhugaa Roomaa 5:12 irratti argamu fakkeenya akkamiitiin ibsite?

  • Suuraa viidiyoo ‘Gammachuu Barattoota Gochuun Argamsiisu Argadhaa—Dandeettii Keessan Fooyyeffadhaa—Qabxiilee Ijoo Fakkeenyaan Ibsuudhaan’ jedhu irraa fudhatame. Maartaan Saaraatti viidiyoo argisiisaa jirti.

    Fakkeenyi gaarii garaa namaa tuqa

    Fakkeenya gaarii fayyadamuun keenya dhaggeeffattoota keenya kan fayyadu akkamitti?

  • Tajaajila irratti, viidiyoowwan dabalatee meeshaalee jaarmiyaan Yihowaa akka ittiin barsiisnu nuuf qopheessetti fayyadamuu kan qabnu maaliifi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi