LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Caamsaa ful. 14
  • “Gaaʼelaan Isaanitti hin Firoomin”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Gaaʼelaan Isaanitti hin Firoomin”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yihowaan Saba Isaa Oolchuuf Dubartoota Lamatti Fayyadameera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Leenjii Buʼa Qabeessa Taʼe
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Jaalalli Waaqayyoo Inni Amanamaan Sobawwan Seexanaa Irraa Nu Eega
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Ni Yaadattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Caamsaa ful. 14
Dubartiin Kanaʼaan takka akka ishii wajjin waaqolii tolfamoodhaaf sagadu nama Israaʼel tokko affeeraa jirti; namoonni naannoo isaanii jiran kaanis wanta garaa garaa gochuudhaan waaqolii tolfamoo waaqessaa jiru.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

“Gaaʼelaan Isaanitti hin Firoomin”

Yihowaan Israaʼelonni namoota akkuma isaanii isa waaqeffatan keessaa qofa gaaʼela akka godhatan isaan irraa eega ture (Kes 7:3; w12 10/1 11 key. 2)

Yihowaan tajaajiltoonni isaa wanta karaa miiraa isaan miidhu irraa akka fagaatan barbaada (Kes 7:4; w15 3/15 30-31)

Ilaalchi Yihowaan gaaʼelaaf qabu ammas hin jijjiiramne (1Qo 7:39; 2Qo 6:14; w15 8/15 26 key. 12)

AKKANA JEDHII OF GAAFADHU: ‘Gaaʼelli “gooftaadhaan qofa haa taʼu” ajajni jedhu kan na fayyade akkamitti?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi