LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Sadaasa ful. 8
  • Yihowaan Saba Isaa Oolchuuf Dubartoota Lamatti Fayyadameera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Saba Isaa Oolchuuf Dubartoota Lamatti Fayyadameera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Gaaʼelaan Isaanitti hin Firoomin”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Leenjii Buʼa Qabeessa Taʼe
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • ‘Ani Israaʼeliif Haadha Taʼee Kaʼeera’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Dubartoota Ija Jabeeyyii Ta’an Lamaan
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Sadaasa ful. 8
Dibooraan raajittiin muka meexxii jala teessee, Baaraaq saba Waaqayyoo akka gargaaru isa jajjabeessaa jirti.

Dibooraan saba Yihowaa akka gargaaru Baaraaqiin jajjabeessaa jirti

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Yihowaan Saba Isaa Oolchuuf Dubartoota Lamatti Fayyadameera

Diinni sodaachisaan tokko Israaʼel cunqursaa ture (Abo 4:3; 5:6-8; w15 10/1 10-11 key. 6)

Yihowaan saba isaa gargaaruuf Dibooraa kaaseera (Abo 4:4-7; 5:7; w15 10/1 11 key. 1; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Yihowaan Siseeraa ajjeesuuf Yaaʼelitti fayyadame (Abo 4:16, 17, 21; w15 10/1 13 key. 1)

Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Dibooraan muka meexxii jala teessee, Baaraaq saba Waaqayyoo akka gargaaru isa jajjabeessaa jirti. 2. Yaaʼel qofoo dunkaanaa fi burruusa qabattee Siseeraa isa rafaa jiru bira jirti.

Seenaan kun Yihowaan dubartootaaf ilaalcha akkamii akka qabu ibsa?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi