LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Fulbaana ful. 12
  • Leenjii Buʼa Qabeessa Taʼe

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Leenjii Buʼa Qabeessa Taʼe
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Elsaa’i Konkolaataa Ibiddaa Argeera—Atoo?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Yihowaan Saba Isaa Oolchuuf Dubartoota Lamatti Fayyadameera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Jaarsoliin Warri Kaan Gaʼumsa Akka Qabaatan Leenjisuu Kan Dandaʼan Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Hamma Dhumaatti Jabaatee Dhaabbateera
    Fakkeenya Amantii Isaanii Hordofaa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Fulbaana ful. 12
Eelsaaʼi yommuu Eeliyaas uffata isaatiin Laga Yordaanos gargar hiru ilaalaa jira.

Eelsaaʼi yommuu Eeliyaas dinqii raawwatu ilaalaa jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Leenjii Buʼa Qabeessa Taʼe

[Viidiyoo Beeksisa Kitaaba 2 Mootota jedhamu taphachiisi.]

Eelsaaʼi yommuu Eeliyaas dinqii raawwatu ilaaleera (2Mo 2:8; w15 4/15 13 key. 15; fakkii qola isaa irra jiru ilaali)

Eelsaaʼi gad of qabuudhaan leenjii gaarii argateetti fayyadameera (2Mo 2:13, 14; w15 4/15 13 key. 16)

Jaarsi gumii tokko yommuu obboleessi tokko haasaa isaa shaakalu isa dhaggeeffachaa jira. Jaarsi gumii sun birooshura “Barsiisuu” jedhamu banee harkatti qabatee jira.

Yihowaan gumii keessatti warra kaan akka leenjisaniif jaarsoliidhaaf itti gaafatamummaa kenneera. (2Xi 2:2) Jaarsi gumii tokko yoo si leenjisuu yaade fedhii qabaadhu, kan amanamtu taʼi, akkasumas gad of qabi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi