LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb21 Fulbaana ful. 9
  • Barumsa Seenaa Gibeʼonotaa Irraa Argannu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barumsa Seenaa Gibeʼonotaa Irraa Argannu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Giibe’onota Gamnoota Turan
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Yihowaan Israaʼelotaaf Loleera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gorsa Xumuraa Iyyaasuun Sabichaaf Kenne
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
mwb21 Fulbaana ful. 9
Fakkiiwwan garaa garaa: Hojiiwwan Gibeʼonotaaf kennaman garaa garaa. 1. Namichi tokko qoraan hedduu baate jira. 2. Namichi tokko qoraan walitti hidhaa jira. 3. Namichi tokko hubboo lama garasiif garanaan waan akka waanjootti rarraasee bishaan baachaa jira.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU

Barumsa Seenaa Gibeʼonotaa Irraa Argannu

Gibeʼononni ogummaa akka qaban argisiisaniiru (Iya 9:3-6; it-1-E 930-931)

Jaarsoliin Israaʼel qajeelfama Yihowaa utuu hin gaafatin hafuun isaanii dogoggora ture (Iya 9:14, 15; w11 11/15 8 key. 14)

Gibeʼononni gad of qabuudhaan Israaʼelota tajaajilaniiru (Iya 9:25-27; w04-AM 10/15 18 key. 14)

Gibeʼononni Yihowaa duratti fudhatama argachuu waan barbaadaniif hojiiwwan akka gad aanaatti ilaalaman hojjetaniiru. Yeroo harʼaatti akka isaanii akka gad of qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi