LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Sadaasa ful. 16
  • Harʼa Boru Jechuu Dhiisuuf Maaltu Nu Gargaara?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Harʼa Boru Jechuu Dhiisuuf Maaltu Nu Gargaara?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Harʼa Boru Jechaa Hojii Tursuu Dhiisuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
    Gaaffii Dargaggootaa
  • Ija Jabina, Kutannoo fi Hinaaffadhaan Tarkaanfii Fudhateera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Dargaggootaa—‘Balbala Balʼaa’ Isiniif Banameen Ol Seenuu Irraa Duubatti hin Jedhinaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Yehuun Waaqeffannaa Dhugaa Hinaaffaadhaan Deggereera
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Sadaasa ful. 16
Suuraawwan garaa garaa: 1. Yehuun mootiin taʼee yeroo dibamu zayitiin mataa isaarratti dhangalaafamaa jira. 2. Yehuun meeshaa waraanaa hidhatee akka nama maraateetti gaarii fardaa oofaa jira.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Harʼa Boru Jechuu Dhiisuuf Maaltu Nu Gargaara?

Namni harʼa boru jechuu amaleeffate wanta amma gochuu dandaʼu ykn raawwachuu qabu yeroo biraatti dabarsa. Yehuun mana Ahaab akka balleessu Yihowaan yeroo isa ajajetti harʼa boru hin jenne. (2Mo 9:6, 7, 16) Namoonni tokko tokko akkana jedhu: “Suutuma jedhee waggoota muraasa booda nan cuuphama.” “Dhiheenyatti Kitaaba Qulqulluu guyyaa guyyaadhaan dubbisuu nan jalqaba.” “Yeroon hojii gaarii argadhu qajeelchaa taʼuuf foormii nan guuta.” Kitaabni Qulqulluun waaqeffannaa keenyarratti harʼa boru jechuurraa akka of qusannu nu gargaara.

Caqasoonni armaan gadii harʼa boru jechuurraa fagaachuuf kan nu gargaaran akkamitti?

  • Lal 5:4

  • Lal 11:4

  • 1Qo 7:29-31

  • Yaq 4:13, 14

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi