LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Amajjii ful. 11
  • Yaada Waaqayyoo Barbaadaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaada Waaqayyoo Barbaadaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Murtoo Yihowaa Gammachiisu Godhi
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Guyyaa Guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Ogummaa Barbaaduu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Warri, Karaa Yihowaa Gammachiisuu Itti Dandaʼan Ijoollee Keessan Barsiisaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Amajjii ful. 11
Fakkii viidiyoo “‘Jabinaan Fiiguu’ Qabna—Nyaata Madaalamaa Nyaadhaa” jedhamu irratti hundaaʼe. Rabeekaan birooshura “Madda Jireenyaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Deebii Argachuu Qaban Shan” jedhamutti fayyadamtee qorannaa gochaa jirti.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yaada Waaqayyoo Barbaadaa

Wanta goonu hundaan Yihowaa gammachiisuu barbaanna. (Fak 27:11) Akkas gochuuf yeroo seerri ifa taʼe ykn ajajni nu qajeelchu hin jiraannetti illee murtoo yaada Yihowaatiin akka geggeeffamnu argisiisu gochuu qabna. Kana gochuuf maaltu nu gargaara?

Dhaabbataadhaan Kitaaba Qulqulluu Qoʼadhu. Yeroo Kitaaba Qulqulluu dubbisnu hundatti Yihowaa wajjin yeroo dabarsaa jirra jechuudha. Akkaataa Yihowaan saba isaa itti qabe qoruudhaan, akkasumas fakkeenya namoota akka ilaalcha isaatti wanta gaarii ykn gadhee raawwatanii irratti xiinxaluudhaan yaada isaa barachuu dandeenya. Yeroo murtoo gochuun nu barbaachisuutti, hafuurri qulqulluun barumsaa fi qajeelfama Dubbii Waaqayyoo irraa baranne akka yaadannu nu gargaara.—Yoh 14:26.

Qorannaa godhi. Yeroo murtoo gochuun si barbaachisutti akkana jedhii of gaafadhu ‘Caqasa ykn seenaa Kitaaba Qulqulluu isa kamtu ilaalcha Yihowaan dhimma kanaaf qabu hubachuuf na gargaara?’ Gargaarsa Yihowaa argachuuf kadhadhu, kana malees dhugaawwan buʼuuraa haala keetiif taʼan argachuu fi hojii irra oolchuuf meeshaalee qorannaa afaan keetiin argamanitti fayyadami.—Fr 25:4.

VIIDIYOO ‘JABINAAN FIIGUU’ QABNA—NYAATA MADAALAMAA NYAADHAA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Obboleettii viidiyoo kana irra jirtu irra dhiibbaa akkamiitu gaʼe?

  • Dhiibbaan walfakkaatu yeroo isin mudatu dandamachuuf meeshaalee qorannaatti fayyadamuu kan dandeessan akkamitti?

  • Murtoo gaarii gochuuf yeroo ramadnee yommuu qorannaa fi qoʼannaa dhuunfaa goonu kan fayyadamnu akkamitti?—Ibr 5:13, 14

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi