LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 9
  • Warri, Karaa Yihowaa Gammachiisuu Itti Dandaʼan Ijoollee Keessan Barsiisaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Warri, Karaa Yihowaa Gammachiisuu Itti Dandaʼan Ijoollee Keessan Barsiisaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Murtoowwan Yihowaatti Akka Amanamnu Argisiisan
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Ijoolleen Keessan Akka Milkaaʼan Gargaaruuf Dhugaawwan Buʼuuraa Kitaaba Qulqulluutti Fayyadamaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Guyyaa Guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu Dubbisuu fi Ogummaa Barbaaduu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Dubbii Namoonni Amanamoon Dhumarratti Dubbatanirraa Maal Baranna?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 9
Suuraawwan: Meeshaalee ijoolleen irraa baratan. 1. Ijoolleen umurii garaa garaa irra jiran kitaaba “Barsiisaa Guddicha Dhaggeeffadhu” jedhamu ilaalaa jiru. 2. Kitaaba “Barsiisaa Guddicha Dhaggeeffadhu” jedhamu. 3. Intalli xinnoon tokko kitaaba dhuunfaa ishii “Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu” jedhamu qabattee. 4. Intalli kan biraanimmoo “Kitaaba Koo Isan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu” jedhamu dubbisaa jirti. 5. Shamarreen umurii waggoota kurnanii tokko walg⁠a⁠ʼii guddaa tokko irratti kitaaba “Dargaggummaa Kee Karaa Caalaatti Gaarii T⁠a⁠ʼeen Itti Fayyadami” jedhamu dubbisaa jirti. 6. Mucaan xinnoon tokko fakkii gilgaala jw.org irra jiru tokko halluu dibaa jira. 7. Fakkii birooshura “Barumsa Macaafa Qulqulluukoo” jedhamu irraa fudhatame. 8. Fakkii Kaaleebii fi Soofiyaa viidiyoo “Michuu Yihowaa T⁠a⁠ʼi” jedhamuu fi walitti aansuudhaan b⁠a⁠ʼu irraa kan fudhatame. 9. Kitaaba “Barumsa Kitaaba Qulqulluu Irraa Barachuu Dandeessu” jedhamu. Fakkii kitaabicha irraa fudhatamee fi Saamson humna isaa guutuudhaan utubaawwan lamaan yommuu dhiibu argisiisu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Warri, Karaa Yihowaa Gammachiisuu Itti Dandaʼan Ijoollee Keessan Barsiisaa

Yihowaan ijoolleedhaaf iddoo guddaa kenna. Karaa hafuuraa guddina gochuu isaanii fi jabaatanii dhaabbachuu isaaniitiif xiyyeeffannaa kenna. (1Sa 2:26; Luq 2:52) Ijoollee xixinnoonillee, amala gaarii argisiisuudhaan garaa Yihowaa gammachiisuu dandaʼu. (Fak 27:11) Yihowaan jaarmiyaa isaatti fayyadamee, meeshaalee gaggaarii hedduu warri ijoollee isaanii Yihowaa jaallachuu fi isaaf ajajamuu akka barsiisan gargaaran qopheesseera.

VIIDIYOO DARGAGGOOTAA—JABAATTANII DHAABACHUUN KEESSAN YIHOWAA NI GAMMACHIISA! JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Yihowaan waggoota hedduudhaaf ijoollee gargaaraa fi qajeelfama isaaniif kennaa kan ture akkamitti?

  • Yeroo ammaatti meeshaaleen warra gargaaruuf qophaaʼan kamfaʼi?

  • Ijoollee yoo taatan, Yihowaan wanta isin fayyadu akkamii isinii kenneera? Maaliif?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi