LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w25 Muddee ful. 32
  • Humna Yihowaan Oolchuuf Qaburratti Amantii Qabdu Cimsadhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Humna Yihowaan Oolchuuf Qaburratti Amantii Qabdu Cimsadhu
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Matadureewwan Yaada Walfakkaataa Qaban
  • Obboloota Kee Amanuu ni Dandeessa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Yihowaan Yeroo Hunda Wanta Sirrii Akka Raawwatu ni Amantaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Yihowaan Warra Isatti Amanaman Ni Gargaara
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Bara Hongeen Jirutti Maal Gochuuf Qophooftaniittu?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
w25 Muddee ful. 32

YAADAWWAN QOʼANNAADHAAF TAʼAN

Humna Yihowaan Oolchuuf Qaburratti Amantii Qabdu Cimsadhu

Israaʼelonni Yihowaa irratti amantii kan dhaban akkamitti akka taʼe hubachuuf Lakkoofsa 13:25–14:4 dubbisi.

Yaada naannoosaa jiru ilaali. Israaʼelonni yeroo Gibxiidhaa baʼanitti humna Yihowaan isaan oolchuuf qaburratti amantii qabaachuu kan qaban maaliif ture? (Far. 78:12-16, 43-53) Yihowaa irratti amantii akka dhaban wanti isaan taasise maal ture? (Kes. 1:26-28) Iyyaasuu fi Kaaleb Yihowaa irratti amantii akkamii qabu turan?—Lak. 14:6-9.

Gadi fageenyaan qori. Israaʼelonni amantii Yihowaa irratti qaban guddifachuuf maal gochuu dandaʼu turan? (Far. 9:10; 22:4; 78:11) Yihowaa irratti amantii qabaachuu fi isa kabajuu gidduu hariiroo akkamiitu jira?—Lak. 14:11.

Barumsa argattu adda baafadhu. Akkana jedhii of gaafadhu:

  • ‘Guutummaatti Yihowaatti amanamuun natti ulfaachuu kan dandaʼu haalawwan akkamii keessattidha?’

  • ‘Ammas taʼe gara fuulduraatti Yihowaatti amanamuuf maal gochuun dandaʼa?’

  • ‘Rakkina guddaa sodaachuu kanan hin qabne maaliifi?’—Luq. 21:25-28.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi