LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mrt mataduree 109
  • Yesuus Yakka ni Balleessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yesuus Yakka ni Balleessa
  • Mata Dureewwan Dabalataa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yesuus Hiyyummaa ni Balleessa
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Yesuus Waraana ni Balleessa
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Eenyutti Amanamuu Dandeenya?—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
  • Addunyaa Maratti Seeraa Alummaan Dabaleera—Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Mata Dureewwan Dabalataa
Dabalataan Ilaaluuf
Mata Dureewwan Dabalataa
mrt mataduree 109
Yakkamaa dubartii kophaa ishii jirtu riphee eeggachaa jiru. Dubartiin sunimmoo yakkamaa sana duuba ishiitiin argitee gargaarsa argachuuf bilbilaa jirti.

alfa27/stock.adobe.com

Yesuus Yakka ni Balleessa

Yesuus yakkaa fi jalʼinni haqaa waan isarra gaʼeef dhiphinni maal akka taʼe sirriitti beeka. Sobaan himatameera, seeraan ala reebameera, karaa sirrii hin taaneen himatameera, jalʼinaan itti murteeffameera, akkasumas gara jabinaan ajjeefameera. Balleessaa kan hin qabne taʼus, fedhii fi karaa ofittummaa irraa walaba taʼeen “lubbuu isaa bakka namoota hedduu furii” godhee kenneera. (Maatewos 20:28; Yohaannis 15:13) Amma Mootii Mootummaa Waaqayyoo waan taʼeef, dhiheenyatti yakka barabaraaf balleessuudhaan guutummaa lafaa irratti haqni akka jiraatu godha.—Isaayyaas 42:3.

Kitaabni Qulqulluun Yesuus tarkaanfii erga fudhatee booda haalli addunyaa maal akka fakkaatu yeroo ibsu akkana jedha:

  • “Namoonni hamoon hin jiraatan; bakka isaan turan ni ilaalta, isaan garuu achitti hin argaman. Garraamonni garuu lafa ni dhaalu, nagaa hedduu argataniis baayʼee ni gammadu.”—Faarfannaa 37:10, 11.

Maarree, dinqisiifannaa wanta Yesuus nuuf godhee fi gara fuulduraatti nuuf godhuuf qabnu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti? Karaan kana gochuu itti dandeenyu inni tokko waaʼee “misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo” isa Yesuus lallabee caalaatti barachuudha. (Luqaas 4:43) Mata duree “Mootummaan Waaqayyoo Maali Dha?” jedhu dubbisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi