LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • ijwbq mataduree 8
  • Waaqayyo Iddoo Murtaaʼe Tokko Qofa Jiraataa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqayyo Iddoo Murtaaʼe Tokko Qofa Jiraataa?
  • Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Deebii Kitaaba Qulqulluu
  • Samiin Maal Fakkaata?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
  • Samii
    Dammaqaa!—2016
  • Samiin Maali Dha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Addunyaa Haaraa, Akka Waaqayyo Abdii Kennetti Dhufu
    Dammaqinaan Eegaa!
Dabalataan Ilaaluuf
Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
ijwbq mataduree 8
Tulluuwwan gubbaa irraa aduun yommuu seentu

Waaqayyo Iddoo Murtaaʼe Tokko Qofa Jiraataa?

Deebii Kitaaba Qulqulluu

Eeyyee. Waaqayyo iddoo murtaaʼaa, jechuunis samiiwwan keessa jiraata. Mee caqasawwan Kitaaba Qulqulluu kana ilaali:

Solomoon Mootichi yommuu kadhannaa dhiheessu, “Waaqa irraa, iddoo jireenya keetiitii isaaf dhagaʼi!” jedheera.—1 Mootota 8:43.

Yesuus Kiristoos barattoonni isaa akkamitti kadhannaa dhiheessuu akka qaban yommuu barsiisu, “Abbaa keenya isa samii irra jiraattuu” jedheera.—Maatewos 6:9.

Yesuus erga duʼaa kaafamee booda, “Waaqayyo duratti mulʼachuuf kallattiidhaan gara samiitti seene.”—Ibroota 9:24.

Caqasawwan kun Yihowaan Waaqa dhugumaan jiru akka taʼee fi bakka hunda kan jiraatu utuu hin taʼin samii keessa qofa akka jiraatu ifatti ibsu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi