Sadaasa Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa—Barreeffama Qoʼannaa Walgaʼii Sadaasa 2018 Maree Fakkeenya Taʼu Sadaasa 5-11 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 20-21 “Isaan Kana Caalaa Na Jaallattaa?” Sadaasa 12-18 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 1-3 Hafuurri Qulqulluun Gumii Kiristiyaanaa Irratti Dhangalaʼe AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Naannoo Tajaajilaa Qooqni Hedduun Dubbatamutti Lallabuu Irratti Deggersa Gochuu Sadaasa 19-25 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 4-5 Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbachuu Isaanii Itti Fufan AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU Buʼaawwan Gaariitti Fayyadamanii Lallabuun Addunyaa Maratti Argamsiise Sadaasa 26–Muddee 2 BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 6-8 Gumiin Kiristiyaanaa Inni Haaraan Qorumsi Isa Mudate AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU “Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu”