BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | IBROOTA 4-6
Gara Boqonnaa Waaqayyootti Galuuf Wanta Dandeessan Hunda Godhaa
Akkuma Yihowaan karaa jaarmiyaa isaa ibsetti karaa kaayyoo isaa wajjin wal simuun hojjechuudhaan gara boqonnaa Yihowaatti galuu ni dandeenya. Akkana jennee of gaafachuun keenya barbaachisaa dha: ‘Gorsa naaf kennamuuf ilaalcha akkamiin qaba? Hubannaan Kitaaba Qulqulluu irratti qabnu yommuu sirreeffamutti miira akkamiitu natti dhagaʼama?’
Ajajamuu wajjin haala walqabateen jireenya koo keessatti qorumsawwan akkamii na mudachuu dandaʼuu?