LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Amajjii ful. 2
  • ‘Mootummaan Samii Dhihaateera’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Mootummaan Samii Dhihaateera’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Iji Keessan Fayyaadhaa?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Jireenya Keenya Salphaa Gochuun Waaqayyoon Jajachuuf Nu Gargaara
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ija Fayyaa Qabaadhaa
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Wantoota Utuu hin Taʼin, Mootummicha Barbaadaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Amajjii ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 1-3

‘Mootummaan Samii Dhihaateera’

3:4

  • Yohaannis Cuuphaa

    Akkaataa uffannaa fi bifa Yohaannis irraa, jireenya salphaa guutummaatti fedhii Waaqayyoo raawwachuu irratti xiyyeeffate akka jiraate salphaatti hubachuun ni dandaʼama

  • Mirgi addaa Yohaannis dura deemtuu Yesuus taʼuudhaan argate, aarsaa inni kaffale kam irra iyyuu kan caaluu ture

Jireenya salphaa jiraachuun, tajaajila Yihowaa irratti hirmaannaa dabalataa gochuu fi gammachuu guddaa argachuuf nu gargaara. Jireenya keenya salphaa gochuuf . . .

  • wantoota dhugumaan nu barbaachisan addaan baasuu

  • baasii hin barbaachisne hambisuu

  • bajata haala keenya tilmaama keessa galche baafachuu

  • meeshaalee itti hin fayyadamne gatuu

  • liqii keenya kaffaluu

  • hojii dabalataa hojjennu hirʼisuu

Damma bosonaa fi awaannisaa

Wanti Yohaannis nyaatu awaannisaa fi damma bosonaa kan dabalatu ture

Jireenya salphaa jiraachuun koo galma akkamii irra akkan gaʼu na gargaara?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi