LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Sadaasa ful. 6
  • Gumiin Kiristiyaanaa Inni Haaraan Qorumsi Isa Mudate

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Gumiin Kiristiyaanaa Inni Haaraan Qorumsi Isa Mudate
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Isxifaanos​—⁠“Gaarummaa Waaqayyoo fi Humna Isaatiin Guutame”
    Waaʼee Mootummaa Waaqayyoo ‘Guutummaatti Dhugaa Baʼuu’
  • Yihowaan Maal Nu Irraa Barbaada?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Isxifaanos Dhagaadhaan Rukutame
    Kitaaba koo Isaan Seenaa Macaafa Qulqulluu Ittiin Baradhu
  • Hafuurri Qulqulluun Gumii Kiristiyaanaa Irratti Dhangalaʼe
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Sadaasa ful. 6
Isxifaanos dhagaadhaan reebamaa kan jiru siʼa taʼu, Phaawulos immoo irratti walii galee ilaalaa jira

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 6-8

Gumiin Kiristiyaanaa Inni Haaraan Qorumsi Isa Mudate

6:1-7; 7:58–8:1

Dubartoonni reefuu cuuphaman, Afaan Giriikii dubbatanii fi abbootiin manaa irraa duʼan, hanga yaadan caalaa Yerusaalem keessa kan turan siʼa taʼu, loogiin kan isaan irratti raawwatame bakka kanatti ture. Dubartoonni kun jalʼinni haqaa kun akka isaan gufachiisu heyyamanii turan moo hamma Yihowaan haala isaa sirreessutti obsaan eegan?

Isxifaanos dhagaadhaan erga reebamee fi Kiristiyaanonni Yerusaalem keessa turan Yihudaa fi Samaariyaa keessa erga faffacaʼanii booda Kiristiyaanonni tajaajila isaanii qabbaneessanii turanii?

Gargaarsa Yihowaatiin gumiin Kiristiyaanaa inni haaraan rakkina isa irra gaʼe dandamateera, akkasumas guddina argisiiseera.—HoE 6:7; 8:4.

AKKANA JEDHAA OF GAAFADHAA, ‘Qorumsawwan na irra gaʼan akkamittan dandamachaa jira?’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi