LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Amajjii ful. 6
  • ‘Namni Lafa Irraa Guutummaatti Afaan Tokkicha Qaba Ture’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Namni Lafa Irraa Guutummaatti Afaan Tokkicha Qaba Ture’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Qooqa Qulqulluu” Akka Gaariitti Ni Dubbattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Qooqa Kan Biraa Barachuu Kan Qabdu Maaliifi?
    Gaaffii Dargaggootaa
  • Afaan Dubbannu Yeroo “Gamoon Baabel” Ijaarame Dhufee?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Naannoo Tajaajilaa Afaan Biyya Alaa Guddisuu
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Amajjii ful. 6
Namoonni gamoo Baabel ijaaran Yihowaan afaan isaanii erga waliin makee booda walii galuun ulfaataa isaanitti taʼeera.

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | UUMAMA 9-11

‘Namni Lafa Irraa Guutummaatti Afaan Tokkicha Qaba Ture’

11:1-4, 6-9

Yihowaan Baabelitti ilmaan namoota ajajamoo hin taane afaan isaanii waliin makuudhaan akka bibittinaaʼan godheera. Yeroo ammaatti Yihowaan tuuta uummata guddaa sabaa fi qooqa hundumaa keessaa dhufan walitti qabuudhaan “harka wal qabatanii akka isa tajaajilaniif, Maqaa Yihowaas akka waammataniif” “qooqa qulqulluu tokko” isaaniif kenneera. (Sef 3:9 NW; Mul 7:9) ‘Qooqni qulqulluu’ taʼe kun dhugaa waaʼee Yihowaa fi kaayyoowwan isaa Kitaaba Qulqulluu keessatti argamuudha.

Afaan haaraa barachuun jechoota haaraa taʼan yaadachuu caalaa wanta dabalatu qaba. Karaa haaraa taʼeen yaaduun nu barbaachisa. Haaluma wal fakkaatun afaan dhugaa Kitaaba Qulqulluu, jechuunis afaan isa qulqulluu taʼe yommuu barannus sammuun keenya ni jijjiirama. (Rom 12:2) Barumsi itti fufiinsa qabu kun saba Waaqayyoo gidduutti tokkummaan akka jiraatu godha.—1Qo 1:10.

Obboloonnii fi obboleettonni walgaʼiin jalqabuu isaa duraa gammachuudhaan waliin haasaʼaa jiru.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi