Amajjii 27–Guraandhala 2
UUMAMA 9-11
Faarfannaa 101 fi Kadhannaa
Yaada Seensaa (Daq. 1)
BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU
“Namni Lafa Irraa Guutummaatti Afaan Tokkicha Qaba Ture”: (Daq. 10)
Uma 11:1-4—Namoonni tokko tokko fedhii Waaqayyoo mormuudhaan magaalaa fi gamoo guddaa tokko ijaaruuf murteessanii turan (it-1-E 239; it-2-E 202 key. 2)
Uma 11:6-8—Yihowaan afaan isaanii waliin make (it-2-E 202 key. 3)
Uma 11:9—Namoonni sun ijaarsa isaanii dhiisanii bibittinaaʼan (it-2-E 472)
Dubbii Waaqayyoo Gad Fageenyaan Qoruu: (Daq. 10)
Uma 9:20-22, 24, 25—Noh Kaamiin dhiisee Kanaʼaaniin kan abaaree maaliif taʼuu dandaʼa? (it-1-E 1023 key. 4)
Uma 10:9, 10—Naamrud “Yihowaa mormuudhaan adamsituu jabaa” [NW] kan taʼe akkamitti ture? (it-2-E 503)
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu torban kanaa keessaa waaʼee Yihowaa, tajaajila dirree ykn qabxii kan biraa ilaalchisee barumsa akkamii argatte?
Dubbisa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 4 ykn isaa gad) Uma 10:6-32 (th qoʼannaa 5)
TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa—Viidiyoo: (Daq. 5) Mareedhaan kan dhihaatu. Viidiyicha erga taphachiistee booda gaaffiiwwan armaan gadii dhaggeeffattoota gaafadhu: Babalʼistoonni kun deddeebii gaaffii kanaaf qophaaʼanii akka turan wanti argisiisu maali dha? Obboleessi kun barreeffama Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiru tokko beeksisuudhaan qoʼannaa kan jalqabsiise akkamitti?
Deddeebii Gaaffii Lammaffaa: (Daq. 3 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼutti fayyadami. (th qoʼannaa 4)
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu: (Daq. 5 ykn isaa gad) Maree fakkeenya taʼuun jalqabi; achiis kitaaba Maal Nu Barsiisa jedhamu fayyadamuudhaan qoʼannaa jalqabsiisi. (th qoʼannaa 2)
AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
“Hojjettoota Dandeettii Qabdan Taʼaa”: (Daq. 15) Ilaaltuu ol aanaa tajaajilaatiin mareedhaan kan dhihaatu.
Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu Gumii: (Daq. 30) jy boq. 84
Yaada Xumuraa (Daq. 3 ykn isaa gad)
Faarfannaa 54 fi Kadhannaa