Nohii fi maatiin isaa markabichatti seenuuf qophii irra jiru
Maree Fakkeenya Taʼu
●○○ DHUGAA BAʼUU
Gaaffii: Maqaan Waaqayyoo eenyu dha?
Caqasa: Mul 4:11
Yeroo Itti Aanuuf: Amalli Yihowaa inni guddaan isa kami dha?
○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
Gaaffii: Amalli Yihowaa inni guddaan isa kami dha?
Caqasa: 1Yo 4:8
Yeroo Itti Aanuuf: Michuu Waaqayyoo taʼuu kan dandeessu akkamitti?
○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
Gaaffii: Michuu Waaqayyoo taʼuu kan dandeessu akkamitti?
Caqasa: Yoh 17:3
Yeroo Itti Aanuuf: Yihowaan wanta gara fuulduraatti taʼu nutti himeeraa?