AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU
Hojjettoota Dandeettii Qabdan Taʼaa
Namni hojii mukaa irratti dandeettii qabu meeshaalee qabutti akkamitti akka fayyadamu beeka. Haaluma wal fakkaatun, ‘hojjetaan waan itti qaanaʼu tokko illee hin qabne’ wantoota Meeshaalee Barsiisuuf Itti Fayyadamnu keessa jiran akkamitti akka itti fayyadamu akka gaariitti beeka. (2Xi 2:15) Meeshaalee tajaajilaaf itti fayyadamnu hammam akka beektan baruuf mee gaaffiiwwan armaan gadii deebisaa.
WAAQAYYOON DHAGGEEFFADHU BARABARAAFIS JIRAADHU
Meeshaan kun eenyuuf qophaaʼe?—mwb17.03 5 key. 1-2
Namoota qoʼachiisuuf akkamitti itti fayyadamuu dandeessu?—km 7/12 3 key. 6
Barattoota keessan cuuphaadhaaf qopheessuuf meeshaalee dabalataa kamfaatti fayyadamtu?—km 7/12 3 key. 7
MISIRAACHOO WAAQAYYO BIRAA DHUFE!
Meeshaan kun barreeffamoota qoʼachiisuuf itti fayyadamnu kaan irraa adda kan taʼe akkamitti?—km 3/13 7 key. 3-5
Barreeffama kana yommuu namootaaf kenninu maal gochuuf yaalii gochuu qabna?—km 9/15 3 key. 1
Meeshaa kanatti fayyadamuudhaan qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu geggeessuu kan dandeessan akkamitti? mwb16.01 8
Gara kitaaba Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa? jedhutti ceʼuu kan qabdan yoomi?—km 3/13 9 key. 10
KITAABNI QULQULLUUN MAAL NU BARSIISA?
Saanduqa qabxiilee ijoo qabatee fi kutaa dabalataa kitaaba kanaatti fayyadamuu kan qabnu akkamitti?—mwb16.11 5 key. 2-3
YEROO HARʼAA FEDHA YIHOWAA RAAWWACHAA KAN JIRAN EENYUFAʼI?
Meeshaa kanatti fayyadamuu kan qabdan yoomi?—mwb17.03 8 key. 1
Akkamitti akka itti fayyadamnuuf qophaaʼe?—mwb17.03 8, saanduqa