- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
IYYAASUU
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
Iyyaasuun basaastota lama gara Yerikootti erge (1-3)
Rahaab basaastota dhoksite (4-7)
Waadaa Rahaabiif galame (8-21a)
Basaastonni gara Iyyaasuutti deebiʼan (21b-24)
3
4
5
Gilgaalitti dhaqna qabuu (1-9)
Faasikaan ni kabajame; mannaan buʼuu dhiise (10-12)
Bulchaa raayyaa Yihowaa (13-15)
6
7
Israaʼel Aayitti ni moʼame (1-5)
Kadhannaa Iyyaasuu (6-9)
Cubbuu Israaʼel akka moʼamu godhe (10-15)
Akaan saaxilamee dhagaadhaan tumame (16-26)
8
Iyyaasuun Aay irratti namoota riphan qopheesse (1-13)
Aay toʼannaa jala oolte (14-29)
Seerichi Gaara Eebaal irratti dubbifame (30-35)
9
Gibeʼononni abshaala taʼan nagaa uuman (1-15)
Gowwoomsaan Gibeʼonotaa ni saaxilame (16-21)
Gibeʼononni qoraanii fi bishaan fidu (22-27)
10
Israaʼel Gibeʼoniin oolche (1-7)
Yihowaan Israaʼeliif lole (8-15)
Mootonni waraana banan shanan ni ajjeefaman 16-28)
Magaalonni kibbaa ni qabaman (29-43)
11
12
13
Biyya qabamuu qabu (1-7)
Lafa baha Yordaanos jiru hihiruu (8-14)
Dhaala Ruuben (15-23)
Dhaala Gaad (24-28)
Dhaala Minaasee isa bahaa (29-32)
Yihowaan dhaala Leewwotaa ti (33)
14
15
16
17
18
19
20
21
22
Gosoonni gara bahaa biyya isaaniitti deebiʼan (1-8)
Iddoo aarsaa Yordaanos biratti ijaarame (9-12)
Sababa iddoon aarsaa itti ijaarame ibsan (13-29)
Walitti buʼiinsi furmaata argate (30-34)
23
24
Iyyaasuun seenaa Israaʼel irra deebiʼee dubbate (1-13)
Gorsa Yihowaa akka tajaajilan kenname (14-24)
Kakuu Iyyaasuun Israaʼelii wajjin gale (25-28)
Iyyaasuun duʼee awwaalame (29-31)
Lafeen Yoseef Sheekemitti awwaalame (32)
Eleʼazaar duʼee awwaalame (33)