- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
1 SAAMUʼEL
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Elqaanaa fi haadhotii manaa isaa (1-8)
Haannaan ishiin dhala hin qabne, ilma argachuuf kadhatte (9-18)
Saamuʼel ni dhalate; Yihowaadhaafis ni kenname (19-28)
2
3
4
5
6
7
Taabotichi Qiriyaat Yeʼariim keessa yeroo turetti (1)
Saamuʼel gorsa, ‘Yihowaa qofa tajaajilaa’ jedhu kenne (2-6)
Injifannoo Israaʼelonni Misphaatti argatan (7-14)
Saamuʼel Israaʼelotaaf abbaa murtii taʼe (15-17)
8
Israaʼelonni mootiin akka isaaniif muudamu gaafatan (1-9)
Saamuʼel sabicha akeekkachiise (10-18)
Yihowaan gaaffii mootiin akka isaaniif muudamu gaafataniif tole jedhe (19-22)
9
10
11
12
13
Saaʼol loltoota filate (1-4)
Saaʼol of tuulummaadhaan tarkaanfii fudhate (5-9)
Saamuʼel Saaʼoliin ifate (10-14)
Israaʼelonni meeshaa waraanaa hin qaban turan (15-23)
14
Gocha gootummaa Yonaataan Mikmaashitti raawwate (1-14)
Waaqayyo diinota Israaʼel ni balleesse (15-23)
Saaʼol ariifatee kakuu gale (24-46)
Waraanawwan Saaʼol geggeesse; maatii isaa (47-52)
15
Saaʼol ajajamuu diduudhaan Agaagiin ajjeesuu dhiise (1-9)
Saamuʼel Saaʼoliin ifate (10-23)
Saaʼol mootii akka hin taane tuffatame (24-29)
Saamuʼel Agaagiin ajjeese (30-35)
16
Saamuʼel mootii itti aanu akka taʼuuf Daawitiin dibe (1-13)
Hafuurri Waaqayyoo Saaʼol irraa ni fagaate (14-17)
Daawit nama Saaʼoliif baganaa taphatu taʼe (18-23)
17
18
Michummaa Daawitii fi Yonaataan (1-4)
Daawit injifannoo argachuun isaa Saaʼoliin hinaafsise (5-9)
Saaʼol Daawitiin ajjeesuuf yaalii godhe (10-19)
DDaawit Miikaal intala Saaʼoliin fuudhe (20-30)
19
20
21
22
Daawit yeroo Adulaamii fi Misphaa turetti (1-5)
Saaʼol luboota Noob ajjeesise (6-19)
Abiyaataar ni baqate (20-23)
23
Daawit magaalaa Qeyilaa ni oolche (1-12)
Saaʼol Daawitiin ni ariʼe (13-15)
Yonaataan Daawitiin jajjabeesse (16-18)
Daawit xinnumaaf Saaʼol jalaa miliqe (19-29)
24
25
Saamuʼel ni duʼe (1)
Naabaal namoota Daawit simachuu dide (2-13)
Abigaayil ogummaadhaan tarkaanfii fudhatte (14-35)
Yihowaan Naabaal isa hubannaa hin qabne ni rukute (36-38)
Abigaayil haadha manaa Daawit taate (39-44)
26
27
28
29
30
31