- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
2 SAAMUʼEL
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
Daawit Yihudaa irratti mootii taʼe (1-7)
Ish Bosheet Israaʼel irratti mootii taʼe (8-11)
Waraana mana Daawitii fi mana Saaʼol gidduutti godhame (12-32)
3
Manni Daawit jabaachaa deeme (1)
Ilmaan Daawit (2-5)
Abneer Daawitiin deggere (6-21)
Yoʼaab Abneeriin ajjeese (22-30)
Daawit Abneeriif booʼe (31-39)
4
5
Daawit guutummaa Israaʼel irratti mootii godhame (1-5)
Yerusaalem ni qabamte (6-16)
Daawit Filisxeemota ni injifate (17-25)
6
7
Daawit mana qulqullummaa hin ijaaru (1-7)
Kakuu mootummaa Daawitii wajjin galame (8-17)
Daawit kadhannaa galataa dhiheesse (18-29)
8
9
10
11
Ejja Daawit Baat Sheebaa wajjin raawwate (1-13)
Daawit Uuriyaa ajjeesisuuf haala mijeesse (14-25)
Daawit Baat Sheebaa fuudhe (26, 27)
12
Naataan balleessaa Daawit raawwate isa hubachiise (1-15a)
Ilmi Baat Sheebaa ni duʼe (15b-23)
Baat Sheebaan Solomooniin deesse (24, 25)
Raabaan magaalaan Amoonotaa ni qabamte (26-31)
13
Amnoon Taamaariin gudeede (1-22)
Abishaalom Amnooniin ajjeese (23-33)
Abishaalom gara Geeshuritti baqate (34-39)
14
Yoʼaabii fi dubartii Teqoohaa (1-17)
Daawit dubartii Teqoohaa sana kan erge Yoʼaab taʼuu isaa beeke (18-20)
Abishaalom akka deebiʼu ni heyyamameef (21-33)
15
Dabaa fi fincila Abishaalom (1-12)
Daawit Yerusaalemii baqate (13-30)
Ahitoofel Abishaalomiin deggere (31)
Hushaay gorsa Ahitoofel akka fashaleessu ergame (32-37)
16
Ziiban maqaa Mefibosheet balleesse (1-4)
Shimeʼiin Daawitiin abaare (5-14)
Abishaalom Hushaayiin simate (15-19)
Gorsa Ahitoofel kenne (20-23)
17
18
19
Daawit Abishaalomiif booʼe (1-4)
Yoʼaab Daawititti dheekkame (5-8a)
Daawit Yerusaalemitti deebiʼe (8b-15)
Shimeʼiin dhiifama gaafate (16-23)
Mefibosheet balleessaa akka hin qabne mirkanaaʼe (24-30)
Baarzilaay ulfinni ni kennameef (31-40)
Falmii gosoota gidduutti kaʼe (41-43)
20
Sheebaan fincila kaase; Yoʼaab Amaasaa ajjeese (1-13)
Sheebaa duukaa buʼan, mataan isaas irraa kutan (14-22)
Bulchiinsa Daawit (23-26)
21
22
23
24
Cubbuu Daawit uummaticha lakkaaʼuudhaan raawwate (1-14)
Dhaʼichi namoota 70,000 ajjeese (15-17)
Daawit iddoo aarsaa ijaare (18-25)