- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
BAʼUU
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Israaʼelonni Gibxii keessatti ni baayʼatan (1-7)
Faraʼoon Israaʼelota cunqurse (8-14)
Deessistoonni Waaqa sodaatan lubbuu oolchan (15-22)
2
Museen ni dhalate (1-4)
Intalli Faraʼoon Musee guddiste (5-10)
Museen Miidiyaanitti baqatee Sifooraa fuudhe (11-22)
Waaqayyo Israaʼelonni aaduu isaanii ni dhagaʼe (23-25)
3
Musee fi harangamaa bobaʼu (1-12)
Yihowaan hiika maqaa isaa ibse (13-15)
Yihowaan Museedhaaf qajeelfama kenne (16-22)
4
Mallattoowwan Museen raawwate sadan (1-9)
Museen gaʼumsa akka hin qabne itti dhagaʼame (10-17)
Museen gara Gibxiitti deebiʼe (18-26)
Museen Aaronii wajjin deebiʼee wal arge (27-31)
5
Museenii fi Aaron Faraʼoon duratti dhihaatan (1-5)
Cunqursaan isaan irra gaʼu ni cime (6-18)
Israaʼelonni Musee fi Aaroniin komatan (19-23)
6
Abdiin bilisa akka baʼan kenname ni haareffame (1-13)
Hidda dhalootaa Musee fi Aaron (14-27)
Museen ammas Faraʼoon duratti dhihaachuuf qophaaʼe (28-30)
7
Yihowaan Musee jajjabeesse (1-7)
Uleen Aaron bofa guddaa taʼe (8-13)
Dhaʼicha 1ffaa: bishaan dhiigatti jijjiirame (14-25)
8
Dhaʼicha 2ffaa: raacha (1-15)
Dhaʼicha 3ffaa: bookee (16-19)
Dhaʼicha 4ffaa: qarxaasaa (20-32)
9
Dhaʼicha 5ffaa: horiiwwan ni duʼan (1-7)
Dhaʼicha 6ffaa: namaa fi horii irratti dhiitoon ni baʼe (8-12)
Dhaʼicha 7ffaa: cabbii (13-35)
10
11
12
Faasikaan ni hundeeffame (1-28)
Dhaʼicha 10ffaa: angafoonni ni ajjeefaman (29-32)
Baʼuun ni jalqabame (33-42)
Qajeelfama Ayyaana Faasikaa (43-51)
13
Dhiirri angafaa hundi kan Yihowaa ti (1, 2)
Ayyaana Maxinoo (3-10)
Dhiirri angafaa hundi Yihowaadhaaf adda baafame (11-16)
Israaʼelonni gara Galaana Diimaatti qajeelan (17-20)
Utubaa duumessaa fi utubaa ibiddaa (21, 22)
14
Israaʼelonni galaanicha bira gaʼan (1-4)
Faraʼoon Israaʼelota duukaa buʼe (5-14)
Israaʼelonni Galaana Diimaa ceʼan (15-25)
Warri Gibxii galaanichaan liqimfaman 26-28)
Israaʼelonni Yihowaatti amanan (29-31)
15
Faarfannaa injifannoo Musee fi Israaʼelonni faarfatan (1-19)
Miiriyaam jalaa qabdee faarfatte (20, 21)
Bishaan hadhaaʼu miʼaawaa taʼe (22-27)
16
Sabichi waaʼee nyaataa gungume (1-3)
Yihowaan gungummii sana ni dhagaʼe (4-12)
Simbirrootaa fi mannaa (13-21)
Guyyaa Sanbataa mannaan hin jiru (22-30)
Mannaan yaadannoodhaaf kaaʼame (31-36)
17
Gungummii bishaan dhabanii Horeebitti dhageessisan (1-4)
Bishaan qarsaa keessaa argame (5-7)
Amaaleqota waraananii injifatan (8-16)
18
19
20
21
22
23
Seerawwan Israaʼelotaaf kennaman (1-19)
Maleekaan Israaʼelota geggeesse (20-26)
Lafa dhaaluu fi daangaawwan (27-33)
24
25
26
27
28
29
30
Iddoo aarsaa ixaanaa (1-10)
Galmeeffamuu fi maallaqa araaraa (11-16)
Miʼa sibiila diimaa bishaan dhiqannaa (17-21)
Makaa zayitii dibataa adda taʼe (22-33)
Akkaataa ixaanni qulqulluun itti qopheeffamu (34-38)
31
Ogeeyyii harkaa hafuura Waaqayyootiin guutaman (1-11)
Sanbata isa Waaqayyoo fi Israaʼelota gidduutti mallattoo taʼe (12-17)
Gabateewwan dhagaa lamaan (18)
32
33
Waaqayyo akka adabu dubbate (1-6)
Dunkaana walgaʼii buufatichaa ala jiru (7-11)
Museen ulfina Yihowaa ilaaluuf gaafate (12-23)
34
Gabateewwan dhagaa haaraan ni qophaaʼan (1-4)
Museen ulfina Yihowaa arge (5-9)
Kakuun ammas gad fageenyaan ibsame (10-28)
Fuulli Musee ni calaqqise (29-35)
35
Qajeelfama Sanbataa (1-3)
Buusii godoo qulqulluutiif godhame (4-29)
Bezaaliʼelii fi Oholiyaab hafuuraan guutaman (30-35)
36
37
38
Iddoo aarsaa aarsaa gubamuu (1-7)
Miʼa bishaanii sibiila diimaa (8)
Mooraa (9-20)
Miʼawwan godoo qulqulluu lakkaaʼuu (21-31)
39
Uffata lubummaa tolchuu (1)
Efuudicha (2-7)
Kiisii qomaa (8-21)
Qoloo (22-26)
Uffatawwan lubummaa kaan (27-29)
Warqii diriiraa (30, 31)
Museen godoo qulqulluu ni qore (32-43)
40