- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
ISAAYYAAS
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Abbaa fi ilmaan isaa warra finciltoota taʼan (1-9)
Yihowaan waaqeffannaa fakkeessaadhaan dhihaatu ni jibba (10-17)
“Rakkina nu gidduutti uumameef furmaata haa kenninu” (18-20)
Xiyoon deebitee magaalaa amanamtuu taati (21-31)
2
3
4
5
Faarfannaa waaʼee maasii wayinii Yihowaa faarfatame (1-7)
Maasii wayinii Yihowaatiif wayyoo (8-24)
Waaqayyo saba isaatti dheekkame (25-30)
6
Yihowaan mana qulqullummaa isaa keessatti mulʼataan ilaalame (1-4)
Hidhiin Isaayyaas ni qulqulleeffame (5-7)
Isaayyaas ni ergame (8-10)
“Yaa Yihowaa, hamma yoomiitti?” (11-13)
7
Ergaa Akaaz Mootichatti himame (1-9)
Mallattoo Amaanuʼel (10-17)
Miidhaa amanamaa taʼuu diduun geessisu (18-25)
8
Weerara Asoor geessisu (1-8)
Hin sodaatinaa, “Waaqayyo nuu wajjin jira!” (9-17)
Isaayyaasii fi ijoolleen isaa mallattoo taʼu (18)
Gara jinniiwwaniitti utuu hin taʼin, gara seerichaatti garagalaa (19-22)
9
10
Harki Waaqaa Israaʼel irratti kaʼe (1-4)
Ulee dheekkamsa Waaqaa kan taʼe Asoor (5-11)
Adaba Asoor irratti dhufu (12-19)
Warri Yaaqoob keessaa hafan ni deebiʼu (20-27)
Waaqni Asooritti ni murteessa (28-34)
11
12
13
14
Israaʼel biyya isaa keessa ni jiraata (1, 2)
Arrabsoo mootii Baabilon irratti dubbatamu (3-23)
Harki Yihowaa Asooricha ni caccabsa (24-27)
Murtii Filisxeem irratti dabarfame (28-32)
15
16
17
18
19
20
21
22
23
24
25
26
27
28
Machooftuuwwan Efreemiif wayyoo! (1-6)
Luboonnii fi raajonni Yihudaa ni gatantaru (7-13)
‘Kakuu duʼaa wajjin galame’ (14-22)
Gorsi Yihowaa inni ogummaa irratti hundaaʼe fakkeenyaan ibsame (23-29)
29
30
Gargaarsi Gibxii gatii tokko illee hin qabu (1-7)
Sabichi ergaa raajii fudhachuu dide (8-14)
Jabina Yihowaatti amanamuudhaan argamu (15-17)
Yihowaan saba isaatti gaarummaa ni argisiisa (18-26)
Yihowaan Asoor irratti murtii dabarsa (27-33)
31
32
Mootii fi bulchitoonni haqa dhugaadhaaf ni bulchu (1-8)
Dubartoonni dantaa hin qabne ni akeekkachiifaman (9-14)
Eebba yommuu hafuurri dhangalaʼu argamu (15-20)
33
34
35
36
37
Hisqiyaas karaa Isaayyaas gargaarsa Waaqaa gaafate (1-7)
Senaaheriib Yerusaalemiin doorsise (8-13)
Kadhannaa Hisqiyaas (14-20)
Isaayyaas deebii Waaqaaa dubbate (21-35)
Maleekaan tokko Asoorota 185,000 fixe (36-38)
38
39
40
41
Inni injifatu baha biiftuu irraa dhufa (1-7)
Israaʼel tajaajilaa Waaqaa taʼee filatame (8-20)
Waaqoliin kaan ni qoraman (21-29)
42
Tajaajilaa Waaqaa fi ergama isaa (1-9)
Faarfannaa galataa haaraa Yihowaadhaaf faarfatame (10-17)
Israaʼel jaamaa fi duudaa dha (18-25)
43
Yihowaan saba isaa deebisee walitti qaba (1-7)
Waaqoliin ni qoraman (8-13)
Baabilon keessaa baʼuu (14-21)
“Himata keenya wal irratti haa dhiheessinu” (22-28)
44
Eebba sabni Waaqni filate argatu (1-5)
Yihowaa malee Waaqni hin jiru (6-8)
Waaqoliin namoonni tolfatan gatii hin qaban (9-20)
Yihowaan isa Israaʼeliin furu dha (21-23)
Karaa Qiiros iddootti deebiʼuu (24-28)
45
Qiiros Baabiloniin akka qabatu dibame (1-8)
Supheen Suphe Dhooftuu hin morkatu (9-13)
Saboonni kaan Israaʼeliif beekamtii ni kennu (14-17)
Uumamawwan Waaqaas taʼan mulʼatawwan isaa amansiisoo dha (18-25)
46
47
48
Israaʼel ni ifatamte, ni qulqulleeffamtes (1-11)
Yihowaan Baabilon irratti tarkaanfii ni fudhata (12-16a)
Barumsi Waaqaa ni fayyada (16b-19)
“Baabilon keessaa baʼaa!” (20-22)
49
50
51
Xiyoon akkuma iddoo biqiltuu Eedan ni taati (1-8)
Jajjabina Uumaa Xiyoon isa jabaa irraa argame (9-16)
Xoofoo dheekkamsa Yihowaa (17-23)
52
53
54
55
56
57
Namni qajeelaa fi namoonni amanamoon badaniiru (1, 2)
Sagaagalummaan hafuuraa Israaʼel ni saaxilame (3-13)
Warra rakkatoo jajjabeessuu (14-21)
58
59
60
61
62
63
Yihowaan saboota irratti haaloo ni baʼa (1-6)
Jaalala amanamaa Yihowaan duraan argisiise (7-14)
Kadhannaa cubbuu irraa deebiʼuuf dhihaate (15-19)
64
65
66
Waaqeffannaa dhugaa fi waaqeffannaa sobaa (1-6)
Xiyoon ishii haadha taatee fi ilmaan ishii (7-17)
Namoonni waaqeffannaadhaaf Yerusaalemitti walitti qabaman (18-24)