- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
HISQIʼEL
QABIYYEE KITAABICHAA
1
2
3
4
5
6
7
8
9
10
Ibidda geengoowwan gidduudhaa fudhatame (1-8)
Kiruubelotaa fi geengoowwan (9-17)
Ulfinni Waaqaa mana qulqullummaa keessaa baʼe (18-22)
11
Bulchitoonni hamoon ni balaaleffataman (1-13)
Abdii iddootti akka deebiʼan kenname (14-21)
Ulfinni Waaqaa Yerusaalem irraa kaʼe (22, 23)
Hisqiʼel mulʼataan gara biyya Kaladootaatti deebiʼe (24, 25)
12
13
14
15
16
17
18
19
20
Seenaa fincila Israaʼel (1-32)
Israaʼel iddootti akka deebitu waadaan ni galame (33-44)
Raajii kibba irratti dubbatame (45-49)
21
Goraadeen murtii Waaqaa ni luqqifame (1-17)
Mootiin Baabilon Yerusaalemiin ni haleela (18-24)
Geggeessaan Israaʼel inni hamaan aangoo isaa irraa ni kaafama (25-27)
Goraadee Amoonota irratti luqqifame (28-32)
22
Yerusaalem ishii dhiiga dhangalaasuudhaan itti gaafatamtu (1-16)
Israaʼel akkuma xurii gatii hin qabnee ti (17-22)
Geggeessitoonnii fi sabni Israaʼel ni balaaleffataman (23-31)
23
24
25
Raajii Amoon irratti dubbatame (1-7)
Raajii Moʼaab irratti dubbatame (8-11)
Raajii Edoom irratti dubbatame (12-14)
Raajii Filisxeem irratti dubbatame (15-17)
26
27
28
Raajii mootii Xiiros irratti dubbatame (1-10)
Faaruu gaddaa mootii Xiirosiif faarfatame (11-19)
‘Ati Eedan keessa turte’ (13)
“Kiruubel isa golguuf dibame” (14)
“Jalʼinni si keessatti argame” (15)
Raajii Siidoon irratti dubbatame (20-24)
Israaʼel iddootti deebifamti (25, 26)
29
30
31
32
33
Itti gaafatamummaa waardiyyaa (1-20)
Oduu waaʼee kufaatii Yerusaalem ibsu (21, 22)
Ergaa jiraattota diiggaawwaniitiif ergame (23-29)
Namoonni ergaa sana dhagaʼanii tarkaanfii hin fudhatan (30-33)
34
35
36
37
38
39
Badiisa Googii fi loltoota isaa irra gaʼu (1-10)
Awwaalcha Sulula Hamoon Goog keessatti raawwatamu (11-20)
Israaʼel iddootti deebiʼuu ishii (21-29)
40
Hisqiʼel mulʼataan gara Israaʼelitti geeffame (1, 2)
Hisqiʼel mulʼataan mana qulqullummaa arge (3, 4)
Mooraawwanii fi karrawwan (5-47)
Karra isa alaa isa gara bahaatti garagale (6-16)
Mooraa isa alaa; karrawwan kan biroo (17-26)
Mooraa isa keessaa fi karrawwan (27-37)
Kutaawwan tajaajila mana qulqullummaatiif oolan (38-46)
Iddoo aarsaa (47)
Barandaa mana qulqullummaa (48, 49)
41
Iddoo qulqulluu mana qulqullummaa keessatti argamu (1-4)
Gamoo sanaa fi kutaawwan garanaa fi garasiin jiran (5-11)
Gamoo isa karaa dhihaa jiru (12)
Gamoowwan ni safaraman (13-15a)
Iddoo qulqulluu isa gara keessaa (15b-26)
42
43
44
Karri gara bahaa akkuma cufametti tura (1-3)
Dambiiwwan namoota biyya ormaa ilaalchisee baʼan (4-9)
Dambiiwwan Leewwotaa fi luboota ilaalchisee baʼan (10-31)
45
Buusii qulqulluu fi magaalattii (1-6)
Qooda geggeessaa (7, 8)
Geggeessitoonni amanamummaadhaan hojjechuu qabu (9-12)
Buusii sabichi godhuu fi geggeessaa (13-25)
46
Aarsaawwan yeroo murtaaʼetti dhihaatan (1-15)
Geggeessichi qabeenya isaa dhaala godhee kenna (16-18)
Iddoowwan aarsaawwan itti affeelaman (19-24)
47
48