- Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
DAANIʼEL
QABIYYEE KITAABICHAA
1
Baabilononni Yerusaalemitti marsan (1, 2)
Leenjii addaa dargaggoota sanyii mootii taʼaniif kenname (3-5)
Amanamummaan Ibroota arfanii ni qorame (6-21)
2
Nebukadnezaar Mootichi abjuu nama dhiphisu arge (1-4)
Namni ogeessi abjuu hiikuu dandaʼu dhabame (5-13)
Daaniʼel gargaarsa Waaqaa gaafate (14-18)
Icciticha waan mulʼiseef Waaqa jajate (19-23)
Daaniʼel abjuu sana mootichatti hime (24-35)
Hiika abjuu sanaa (36-45)
Mootichi Daaniʼeliif ulfina kenne (46-49)
3
Siidaa warqii Nebukadnezaar mootichaa (1-7)
Ibroonni sadan ajajamuu diduudhaan himataman (8-18)
Ibidda bobaʼu keessatti darbataman (19-23)
Dinqiidhaan ibiddicha irraa ooluu (24-27)
Mootichi Waaqa Ibrootaa jajate (28-30)
4
Nebukadnezaar Mootichi waaʼee mootummaa Waaqaa hubate (1-3)
Abjuu mootichi muka tokko ilaalchisee arge (4-18)
Daaniʼel abjuu sana ni hiike (19-27)
Raawwii isaa isa jalqabaa mooticha irratti argate (28-36)
Mootichi Waaqa samiitiif ulfina kenne (37)
5
Affeerraa Belshaazaar Mootichaa (1-4)
Barreeffama girgiddaa irratti barreeffame (5-12)
Daaniʼel barreeffamicha akka hiiku gaafatame (13-25)
Hiika: Baabilon ni kufti (26-31)
6
Abbootiin taayitaa Faarsi Daaniʼel irratti mariʼatan (1-9)
Daaniʼel kadhachuu isaa itti fufe (10-15)
Daaniʼel boolla leencotaa keessatti darbatame (16-24)
Daariyos Mootichi Waaqa Daaniʼeliif ulfina kenne (25-28)
7
Mulʼata bineensota arfanii (1-8)
Inni Bara Dheeraa Jiraate teessoo murtii irra taaʼe (9-14)
Hiikni mulʼatichaa Daaniʼelitti beeksifame (15-28)
Bineensonni arfan mootota afur argisiisu (17)
Qulqulloonni mootummicha ni fudhatu (18)
Gaanfonni ykn mootonni kudhan ni kaʼu (24)
8
9
Daaniʼel kadhannaadhaan cubbuu himate (1-19)
Gabriʼeel gara Daaniʼel dhufe (20-23)
Torbeewwan 70 raajiidhaan dubbataman (24-27)
Masiihiichi torban 69 booda mulʼata (25)
Masiihiichi ni ajjeefama (26)
Magaalattii fi iddoo qulqulluun ni balleeffamu (26)
10
11
12